Lubbuu waaqni oolcheef; harka qorichummaa ogeeyyii fayyaa
AMN PLUS - Ebla 08/2018 Daa'imni ulfaatinni isaa osoo hin guutin dhalatee carraa lubbuun turuun isaa gaaffii keessa seenee ture, ogeeyyiin fayyaa Hospitaala Xiqur Ambassaa baraaraniiru. Dubbichi akkasi! Haati Daa'ima…