Komishiniin Marii Biyyaalessaa ajandaawwan qophii duraa dhaabbileefi waldaalee hawaasa siiviikiif dhiyeesse
AMN PLUS - Caamsaa 21/2018 Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa ajandaawwan qophii duraa dhaabbileefi Waldaalee Hawaasa Siiviikiif dhiyeessuun mariif yaadota galtee ta’an walitti qabachuu ibsameera. Dhaabbileefi waldaaleen Hawaasa Siiviilii adeemsa marii…