Kitaabni “Birihaan Fanxaaqiiwu Abbaay” eebbifameera.
AMN PLUS- Fulbaana 15/2018 Kitaabni bu'aa ba'ii hidhi haaromsa guddichi Itoophiyaa keessa dabree ibsu "Birihaan Fanxaaqiiwu Abbaay" eebbifameera. Kitaabichi dhaabbata Pireesii Itoophiyaan kan barreeffame yoo ta'u, gaabbii baroota dheeraa Itoophiyaan…