Gurraachi Ameerikaa Raappeeriin beekamaa DDG Yaadannoo Injifannoo Adawaa daawwate

AMN PLUS - Bitootessa 17/2018 Moggaasa maqaa DDG jedhamuun kan beekamu raappeeriifi yuutubeerri akka Idil Addunyaatti maqaa qabu Gurraachi Ameerikaa Dariil Diweeyin Giraanber Yaadannoo Injifannoo Adawaa daawwateera. Daawwannaa taasiseen hambaalee…

Continue ReadingGurraachi Ameerikaa Raappeeriin beekamaa DDG Yaadannoo Injifannoo Adawaa daawwate

Kitaabni Mata Dureen Isaa Abuna Pheexroos (Magarsaa Badhaasaa) Jedhu Hangafa Aanga’ootaa Ijaaraa Girmaatiin barreeffame eebbifam

AMN PLUS - Bitootessa 13/2018 Kitaabni Mata dureen isaa Abuna Pheexroos (Magarsaa Badhaasaa) jedhu Hangafa Aanga'ootaa Ijaaraa Girmaatiin barreeffame Yaadannoo Injifannoo Adwaatti eebbifameera. Saganticha irratti Eebbifamoo Abuna Saawiroos Hoji Gaggeessaa…

Continue ReadingKitaabni Mata Dureen Isaa Abuna Pheexroos (Magarsaa Badhaasaa) Jedhu Hangafa Aanga’ootaa Ijaaraa Girmaatiin barreeffame eebbifam

Biyyi Kan Ijaaramtu Beekumsa Sammuu Dhalootaa Keessa Jirun – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS - Guraandhala 28/2018 Kantiibaan Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee,Sirna Eebbaa Kitaabaa mata dureen isaa 'Adwaa Injifannoo Cululuqaafi Yaadannoo Waloo Itoophiyaanotaa' jedhu irratti argamuun haasawaa taasisanii, Waggoota 130…

Continue ReadingBiyyi Kan Ijaaramtu Beekumsa Sammuu Dhalootaa Keessa Jirun – Kantiibaa Adaanech Abeebee

Goota Kaarraamaarraa Weerara Ziyaad Baarree Gatii Harka Isaa Argachiise – Kumalaa Alii Barkee

AMN PLUS - Guraandhala 26/2018 Injifannnoon Kaarraamaarraa goota Itoophiyaan galmaa’e har’a waggoota 48 lakkoofsisee. Gootota Itoophiyaa seenaa injifannoo Kaarraamaarraa galmeessan keessaa tokko Alii Barkeeti. Gootni miseensa duraanii Raayyaa Ittisa Biyyaa…

Continue ReadingGoota Kaarraamaarraa Weerara Ziyaad Baarree Gatii Harka Isaa Argachiise – Kumalaa Alii Barkee

Giddu Gala Ogummaa Ijaarsa Gamoowwan Ammayyaa – Finfinnee

AMN PLUS - Guraandhala 25/2018 Fuulbarruun ‘Archdaily’ jedhamu waa’ee ogummaa ijaarsa gamoowwan magaalaa Finfinnee keessatti argamaniifi erga hojjatamanii waggoota hedduu lakkoofsisanii kaasuun dubbistoota isaaf qoodeera. Baatii tokkoo dura badhaasni ogummaa…

Continue ReadingGiddu Gala Ogummaa Ijaarsa Gamoowwan Ammayyaa – Finfinnee

Akka feete haa taatu ilmi abbaatti haa baatu. Ilmi Garasuu Dhukii, Taaboor Garasuun turtii AMN Dijitaal waliin taasiseen maal jedhe?

AMN PLUS - Guraandhala 24/2018 Seenaan kan yaadatamu gootummaa lolaa qofaan osoo hin taane, bu’uura beekumsa dhalootaa bocuu ni dabalata. Qabsoo bilisummaa keessatti gumaacha kan qaban Garasuu Dhukii diina injifachuuf…

Continue ReadingAkka feete haa taatu ilmi abbaatti haa baatu. Ilmi Garasuu Dhukii, Taaboor Garasuun turtii AMN Dijitaal waliin taasiseen maal jedhe?

Injifannoo Adwaa Yaadachuun Olka’iinsa Itti Aanuuf Waadaa Haaromsuudha – Lij Daani’eel Jootee.

AMN PLUS - Guraandhala 23/2018 Pirezidaantiin Waldaa Gootoota Itoophiyaa Duraanii Lij Daani’eel Jootee Itoophiyaan weerara waggaa 130ffaa dura itti dhufee tokkummaa uummataatiin qolachuun birmadummaa biyyaa kan kabachiiste dachee goototaati jedhan.…

Continue ReadingInjifannoo Adwaa Yaadachuun Olka’iinsa Itti Aanuuf Waadaa Haaromsuudha – Lij Daani’eel Jootee.

Injifannoon Adawaa Waggaa 130ffaa Marii Paanaaliin Kabajamaa Jira

AMN PLUS - Guraandhala 19/2018 Seenaa injifannoo AdAwaa itti fufsiisuuf cichoominaa fi tokkummaan hojjeechuu qabna Hoggantuun Biiroo Bulchiinsa Nageenyaafi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee Aadde Lidiyaa Girmaa himan. Mariin Paanaalii Yaadannoo Injifannoo…

Continue ReadingInjifannoon Adawaa Waggaa 130ffaa Marii Paanaaliin Kabajamaa Jira