Injifannoon Adawaa Waggaa 130ffaa Marii Paanaaliin Kabajamaa Jira

AMN PLUS - Guraandhala 19/2018 Seenaa injifannoo AdAwaa itti fufsiisuuf cichoominaa fi tokkummaan hojjeechuu qabna Hoggantuun Biiroo Bulchiinsa Nageenyaafi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee Aadde Lidiyaa Girmaa himan. Mariin Paanaalii Yaadannoo Injifannoo…

Continue ReadingInjifannoon Adawaa Waggaa 130ffaa Marii Paanaaliin Kabajamaa Jira

Nuti warra seenaa beekee, seenaa hojjetu taana – Barattoota M/B Jaarraa A/Gadaa

AMN PLUS - Guraandhala 19/2018 Barattootni Mana Barumsaa Idileen Duraafi Sadarkaa 1ffaa Jaarraa Abbaa Gadaa mul'ata qabaniin gootichuma maqaan mana barumsaaa isaanii ittiin moggaafame fakkaatu. Gootichi Oromoo Jaarraa Abbaa Gadaa…

Continue ReadingNuti warra seenaa beekee, seenaa hojjetu taana – Barattoota M/B Jaarraa A/Gadaa

Gabayyoonfaa Yoo Lolan, Baandaa Teessooti Foolata! Gabayyoon Teessoo Diinaa Raase Kun Eenyu?

AMN PLUS - Guraandhala 17/2018 Oromoon Yoo Mammaaku Abidda Mana Dhufe Wayaadhaan Dhaamsuu Jedha. Kana Jechuun Waanuma Sitti Dhiyoo, Kanuma Harka Kee Irra Jiruun Hojiin Abidda Mana Qabate Dhaamsuu Hojjetama…

Continue ReadingGabayyoonfaa Yoo Lolan, Baandaa Teessooti Foolata! Gabayyoon Teessoo Diinaa Raase Kun Eenyu?

Iccitiin guddaan injifannoo Adawaa, tokkummaafi walooma- Kantiibaa Adaanech

AMN PLUS - Guraandhala 15/2018 Itoophiyaan seenaa kaleessa ture yaadachaafi kabajaa, har'a seenaa keewwachuuf misooma seenaa tahuu hojjechaa jirti jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee. Kantiibaa Adaanech kana kan…

Continue ReadingIccitiin guddaan injifannoo Adawaa, tokkummaafi walooma- Kantiibaa Adaanech

Guyyaan Yaadannoo Wareegamtoota Guraandhala 12, “Yekkaatit 12” Yeroo 89ffaaf Finfinneetti Kabajamaa Jira

AMN PLUS-Gurandhala 12,2018 Guyyaan Yaadannoo 'Yekkaatit 12' Guyyaa Goototni Itoophiyaa Duraanii, Biliisummaa Itoophiyaanotaaf itti wareegaman, guyyaa addaa ta'uu Pirezidaantiin Waldaa Gootota Itoophiyaa duraanii Lij Daani'eel Masfin Jootee himaniiru. Goototni Itoophiyaa…

Continue ReadingGuyyaan Yaadannoo Wareegamtoota Guraandhala 12, “Yekkaatit 12” Yeroo 89ffaaf Finfinneetti Kabajamaa Jira

Sanyii Hidda Dhaloota Koloneel Abdiisaa Aagaa Miseensa Humna Qilleensaa Ameerikaa – Soolan Adgoolliny (Maqoo Masoo: Jigsaa)

‎AMN PLUS - Guraandhala 03/2018 Dargaggoo Maqaa Masoo Jigsaa jedhu argate Soolan Adgoolliny Humna Qilleensa Amerikaa keessatti barattoota 800 keessaa sadarkaa haga sadii keessa kan seene eenyu? Soolan Lixa Oromiyaa…

Continue ReadingSanyii Hidda Dhaloota Koloneel Abdiisaa Aagaa Miseensa Humna Qilleensaa Ameerikaa – Soolan Adgoolliny (Maqoo Masoo: Jigsaa)

Uumamni gonfoo miidhaginaa kan itti uwwise Kibbi Walloo kabajaan kuulamtee faayamteetti – Obbo Tamasgeen Xurunaa

AMN PLUS - Amajjii 30/2018 Uumamni gonfoo miidhaginaa kan itti uwwise Kibbi Walloo piroojektii maaddiin dhalootaafin kabajaan kuulamtee faayamteetti jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaa. Qaama piroojektii maaddiin…

Continue ReadingUumamni gonfoo miidhaginaa kan itti uwwise Kibbi Walloo kabajaan kuulamtee faayamteetti – Obbo Tamasgeen Xurunaa

Manni Barumsaa Muuziqaa Artiist Alii Birraan moggaafame hundeeffamuufi

AMN PLUS- Amajjii 18/2018 Yunivarsiitiin Dirree Dhawaa Mana Barumsaa Muuziqaa Weellisaa Gameessa Dooktara Kabajaa Artiist Alii Birraan moggaafamu hundeessuuf qophii irra akka jiru beeksiseera. Yunivarsiitichatti Daayirektarri Quunnamtii Uummataa fi Idil…

Continue ReadingManni Barumsaa Muuziqaa Artiist Alii Birraan moggaafame hundeeffamuufi

Seenessa walootiin caba hundaa suphuu ni dandeenya – Obbo Kaffaaloo Tafarraa

AMN PLUS - Amajjii 4/ 2018 Waltajjiin ijaarsa seenessa waloo irratti xiyyeeffate Magaalaa Jimmaatti taa'amaa jira. Waltajjicharratti Hoogganaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Kaffaaloo Tafarraa ergaa dabarsaniin seenessi waloo…

Continue ReadingSeenessa walootiin caba hundaa suphuu ni dandeenya – Obbo Kaffaaloo Tafarraa