Itoophiyaan karra Galaana karaa nagaan ni mirkaneeffatti- MM Abiyyi Ahimad (PhD)
AMN PLUS- Guraandhala 07/2018 Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afriikaa 39ffaa Finfinneetti adeemsifamaa jiru irratti, biyya akka Itoophiyaaf addunyaa biraa waliin karaan ittiin wal quunnaman jiraachuun murteessaa tahu Ministirri Muummee Dooktar Abiyyi…