Jila Atileetiksii Itoophiyaa Shaampiyoonaa Qaxxaamura Addunyaa irratti 2ffaa ba’eef simannaan taasifame

AMN PLUS- Amajjii 5/2018 Jila Atileetiksii Itoophiyaa Shaampiyoonaa Qaxxaamura Addunyaa 2ffaa ba’eef simannaan ho'aan taasifame. Sirna simannaa kana irratti Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii Aadde Shawwit Shaankaa akkasumas Deetaan Ministira…

Continue ReadingJila Atileetiksii Itoophiyaa Shaampiyoonaa Qaxxaamura Addunyaa irratti 2ffaa ba’eef simannaan taasifame

Oromiyaatti Duulli Hojii Kunuunsa Biyyee fi Bishaanii guyyaa 60’f turu eegale

AMN PLUS- Amajjii 5/2018 Biiroon Qonnaa Oromiyaa duula tola ooltummaa kunuusa biyyeefi bishaanii guyyaa 60'f turu godina Buunnoo Beddellee Aanaa Daaboo Haannaatti eegalchiiseera. Saganticha kan eegalchiisan Hoogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa…

Continue ReadingOromiyaatti Duulli Hojii Kunuunsa Biyyee fi Bishaanii guyyaa 60’f turu eegale

Waa’ee hiyyummaa qofa haasa’uun rakkoo furuun hin danda’amu- Kantiibaa Adaanech Abeebee.

‎AMN PLUS - Amajjii 5/2018 ‎Laggeen Magaalaa Finfinnee kanaan dura balfa namni gatuun xuraa'anii uumama isaanii gad-dhiisan misoomuun iddoo hawwataa ta'aa akka jiran Kantiibaa Adaanech Abeebee ibsan. ‎"Laggeen Finfinnee keessatti…

Continue ReadingWaa’ee hiyyummaa qofa haasa’uun rakkoo furuun hin danda’amu- Kantiibaa Adaanech Abeebee.

Kenni tajaajila lammummaa badhaadhinaa fi tokkummaa biyyaaf murteessadha- Aadde Caaltuu Saanii

AMN PLUS- Amajjii 5/2018 Lammiileen bakka qulqulluufi jireenya fooyya'aa akka jiraataniif naannolee biyyattii garagaraa keessatti manneen moodela hawaasa harka qalleeyyiif ijaaranii kennuun murteessaa akka ta’e Ministirri Ministeera Magaalaafi Bu'uuraalee Misoomaa…

Continue ReadingKenni tajaajila lammummaa badhaadhinaa fi tokkummaa biyyaaf murteessadha- Aadde Caaltuu Saanii

Finfinneetti Ijaarsi Pirojektii Calaltuu Dhangala’aa Guyyaatti dhangala’aa Meetir Kuubii Kuma 52 calalu eegalame

AMN PLUS- Amajjii 5/2018 Magaalaa Finfinneetti Ijaarsi Pirojektii Calaltuu Dhangala’aa Guyyaatti dhangala’aa Meetir Kuubii Kuma 52 calalu eegalamuu Abbaan Taayitaa Bishaanii fi Dhangala’aa Bulchiinsa Magaalichaa beeksise. Daayirektarri Komunikeeshinii Abbaa Taayitichaa…

Continue ReadingFinfinneetti Ijaarsi Pirojektii Calaltuu Dhangala’aa Guyyaatti dhangala’aa Meetir Kuubii Kuma 52 calalu eegalame

Guddina saffisaa Finfinnee waliin qixa deemuuf cimnee hojjanna- Abbaa Taayitaa Kabachiisa Dambii

AMN PLUS- Amajjii 5/2018 Abbaan Taayitaa Kabachiisa Dambii Magaalaa Finfinnee Raawwii Hojii baatii Jahan darbanii qorataa jira. Hoji-Gaggeessaa Olaanaan Abbaa Taayitichaa Kumaalaa Zarihuun Tafarraa Ergama isaanii sirnaan bahuuf rawwattoota Kuma…

Continue ReadingGuddina saffisaa Finfinnee waliin qixa deemuuf cimnee hojjanna- Abbaa Taayitaa Kabachiisa Dambii

Iddoowwan tursiisa daa’immanii waajjiraalee Finfinneetti banamaniin maatiin Kuma 14 ol fayyadamoo ta’aa jiru

AMN PLUS- Amajjii 5/2018 Magaalaa Finfinneetti iddoowwan tursiisa daa'immanii waajjiraaleetti banamaniin maatiin Kuma 14 fayyadamoo ta’aa jiraachuu Biiroon Dubartoota, Daa’immaniifi Dhimmoota Hawaasummaa Magaalaa Finfinnee beeksise Hooggantuun Biirichaa Aadde Qoonjiit Dabalaa…

Continue ReadingIddoowwan tursiisa daa’immanii waajjiraalee Finfinneetti banamaniin maatiin Kuma 14 ol fayyadamoo ta’aa jiru

Finfinneen agarsiisa bishaanii nam-tolchee Afrikaarraa guddicha ta’e xumuraa jirti- Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎AMN PLUS- Amajjii 5/2018 Magaalaa Finfinnee keessatti agarsiifni fincaa'aa bishaanii nam-tolchee (faawunteenii) akka Afrikaatti guddichi hojjetamuu isaa Kantiibaa Adaanech Abeebee ibsan. Sadarkaa Misooma Qarqara Laggeen Finfinnee ilaalchisuun AMN waliin turtii…

Continue ReadingFinfinneen agarsiisa bishaanii nam-tolchee Afrikaarraa guddicha ta’e xumuraa jirti- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Dura Taa’aan Itti Aanaa Faannoo Koloneel Fantaaw Muhaabbaa loltoota isaa waliin filmaata nagaa simachuun gale

AMN PLUS- Amajjii 4/2018 Dura Taa’aan Itti Aanaa Dhaabbata Uummataa Amaaraa Faannoo fi Ajajaan Waraanaa Olaanaa garichaa Koloneel Fantaaw Muhaabbaa waliigaltee nagaa mootummmaan dhaabbaticha waliin taasise hordofuun loltoota isaa waliin…

Continue ReadingDura Taa’aan Itti Aanaa Faannoo Koloneel Fantaaw Muhaabbaa loltoota isaa waliin filmaata nagaa simachuun gale

AMN milkaa’ina hojilee bulchiinsa gaarii fi misoomaan gahee olaanaa ba’achaa jiraachuu ibsame

‎AMN PLUS- Amajjii 04/2018 ‎Addis Miidiyaa Neetiwork milkaa'ina hojilee bulchiinsa gaarii fi misoomaan gahee olaanaa ba'achaa jiraachuu miseensotni Koree Dhaabbii Dhimmoota Haqaafi Bulchiinsaa, Mana Maree Magaalaa Finfinnee ibsan. ‎AMN Sagaleen…

Continue ReadingAMN milkaa’ina hojilee bulchiinsa gaarii fi misoomaan gahee olaanaa ba’achaa jiraachuu ibsame