Hojiin Kooriidarii Finfinnee aadaa hojii 24/7 nu barsiise- Obbo Gamshuu Bayyanaa
AMN PLUS- Amajjii 8/2018 Magaalaa Finfinneetti abbaa qabeenyaa invastimantoota garaa garaa kan ta’an Obbo Gamshuu Bayyanaa “Hojiin misooma Kooriidarii yeroo jalqabamu sodaannee kan turres ta’u, aadaa hojii 24/7 nu barsiise”…