‎Ulaan galaanaa abjuu fakkaatus akkuma Hidha Haaromsaa ni milkaa’a- Yooseef Beekoo (PhD)

‎AMN PLUS- Guraandhala 24/2018 ‎Daayirektarri Olaanaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa Yooseef Beekoo (PhD) gaaffiin ulaa galaanaa abjuu fakkaatus akkuma Hidha Haaromsaa ni milkaa'a jedhan. ‎Marii Paanaalii tibbana Ayyaana Yaadannoo Injifannoo Adwaa…

Continue Reading‎Ulaan galaanaa abjuu fakkaatus akkuma Hidha Haaromsaa ni milkaa’a- Yooseef Beekoo (PhD)

Adwaan ibsituu birmadummaafi kabaja Afrikaati – Komishinara Gamtaa Afrikaa

AMN PLUS - Guraandhala 23/2018 Adwaan ibsituu birmadummaafi kabaja Afrikaati jedhan dura taa'aan Komiishinii Gamtaa Afrikaa Komiishinar Mahaammud Alii Yuusuuf. Komiishinarichi kabaja guyyaa yaadannoo injifannoo Adwaa waggaa 130ffaa ilaalchiisuun ergaa…

Continue ReadingAdwaan ibsituu birmadummaafi kabaja Afrikaati – Komishinara Gamtaa Afrikaa

Bara 1953 ture. Inni ni fiiga miilli ni dhiiga, aarsaa biyyaaf kaffalame, seenaa jiraate. Ayyaantuu umrii harraagessaa Shaambaal Atileet Waamii Birraatuu Barraaqaa har’a maalirra jiru?

AMN PLUS – Guraandhala 23/2018 Itoophiyaan baroota keessatti damee hundaan gootota hedduu horatteetti. Keessumaa dameen Atileetiksii Itoophiyaa, Injifannoo Adawaan qixa Afriikaa addunyaatti beeksiseera. Maarree gootonni kunneen galgala keessa rakkoo hawaasummaaf…

Continue ReadingBara 1953 ture. Inni ni fiiga miilli ni dhiiga, aarsaa biyyaaf kaffalame, seenaa jiraate. Ayyaantuu umrii harraagessaa Shaambaal Atileet Waamii Birraatuu Barraaqaa har’a maalirra jiru?

Miila fagoo imale, dhibeen gandatti deebiste, gootittii Komaandar Atileet Geexee Urgeetiin Buchiinsi Magaalaa Finfinnee maal jedhe?

‎AMN PLUS - Guraandhala 23/2018 Gootota Atileetiksii Dachee Oromiyaa Godina Arsii Naannawaa Magaalaa Asallaa Qe'ee Galaana Atileetootaatti Bara 1962 Dhalatte Komaandar Atileet Geexee Urgee. Akkuma Nama Kamii Maatii Ishee Waan…

Continue ReadingMiila fagoo imale, dhibeen gandatti deebiste, gootittii Komaandar Atileet Geexee Urgeetiin Buchiinsi Magaalaa Finfinnee maal jedhe?

MM Abiyyi Ahimad maatii godaantota biyyoota garagaraaf sagantaa Ifxaaraa qopheessan

AMN PLUS- Guraandhala 23/2018 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) baqattoota Eertiraa dabalatee maatii godaantota biyyoota garagaraaf sagantaa Ifxaaraa qopheessuun waliin qooddatan. Dooktar Abiyyi ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin "Har'a galgala…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad maatii godaantota biyyoota garagaraaf sagantaa Ifxaaraa qopheessan

Nama dhuunfaa waajjira garaagaraa seenuun meeshaalee butaa ture to’annoo jala oolcheera jedhe Poolisiin Finfinnee

AMN PLUS - Guraandhala 23/2018 Nama dhuunfaa bakkeewwan garaagaraatti waajjira seenee meeshaalee akka Laaptooppii, Taableetootaafi Bilbiloota Moobaayilaa hataa turee Tajaajila Odeeffannoofi Nageenya Biyyaalesssaa waliin tahuun to'annoo jala oolchuu Qajeelchi Waliigalaa…

Continue ReadingNama dhuunfaa waajjira garaagaraa seenuun meeshaalee butaa ture to’annoo jala oolcheera jedhe Poolisiin Finfinnee

Nama Bara 1980 Faajjii Biyyaa Addunyaarratti Mirmirse, Atileet Waldee Roobalee Achi Buuteen Isaa Dhabame Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Akkamiin Arge?

AMN PLUS - Guraandhala 23/2018 Olompiikni Mooskoo isaaf Yaadannoo Addaa qaba. Bara 1980 bara Atileet Miruts Yufxar mootii itti ta'e, Tolasaa Qottuun fiigucha gufachiisaan Itoophiyaaf Meedaaliyaa jalqabaa argamsiise Atileet Waldee…

Continue ReadingNama Bara 1980 Faajjii Biyyaa Addunyaarratti Mirmirse, Atileet Waldee Roobalee Achi Buuteen Isaa Dhabame Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Akkamiin Arge?