Ejensiin Galmeessa Siivilii fi Tajaajila Jireenyaa magaalaa Finfinnee galmee taateewwanii ammayyeessaa jiraachuu beeksise.

‎AMN PLUS- Guraandhala 25/2018 ‎Ejensiin Galmeessa Siivilii fi Tajaajila Jireenyaa magaalaa Finfinnee galmeessa taateewwan magaalattii akkaataa istaandaardii idil-addunyaatiin galmeessisuuf hojii qindoomina qabu hojiirra oolchuusaa beeksise. ‎Itti aanaan Daayreektara Olaanaa Ejensichaa…

Continue ReadingEjensiin Galmeessa Siivilii fi Tajaajila Jireenyaa magaalaa Finfinnee galmee taateewwanii ammayyeessaa jiraachuu beeksise.

Giddu Gala Ogummaa Ijaarsa Gamoowwan Ammayyaa – Finfinnee

AMN PLUS - Guraandhala 25/2018 Fuulbarruun ‘Archdaily’ jedhamu waa’ee ogummaa ijaarsa gamoowwan magaalaa Finfinnee keessatti argamaniifi erga hojjatamanii waggoota hedduu lakkoofsisanii kaasuun dubbistoota isaaf qoodeera. Baatii tokkoo dura badhaasni ogummaa…

Continue ReadingGiddu Gala Ogummaa Ijaarsa Gamoowwan Ammayyaa – Finfinnee

Hojiiwwan ijoo Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Baatiiwwan Amajjiifi Guraandhalaa raawwatan

AMN PLUS- Guraandhala 24/2018 Waajjirri Ministira Muummee hojiilee Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) baatiiwwan Amajjiifi Guraandhalaa keessa hojjetan ifoomseera. Baatiiwwan lameen bu’uuraaleen misoomaa tajaajila diijitaalaa, bu’uuraalee misoomaa babal’aan akkasumas…

Continue ReadingHojiiwwan ijoo Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Baatiiwwan Amajjiifi Guraandhalaa raawwatan

Dubartootni milkaa’ina filannoof ashaaraa isaanii adda durummaan kaa’uu qabu- Obbo Adam Faaraah

AMN PLUS-Guraandhala 24/2018 Pirezidaantii Itti aanaa fi Itti gaafatamaan Waajjira Muummee Paartii Badhaadhinaa obbo Adam Faaraah “Milkaa’ina filannoo Waliigalaa 7ffaaf dubartoonni itti gaafatamummaa isaanii adda durummaan bahachuu qabu” jedhan. Ministeerri…

Continue ReadingDubartootni milkaa’ina filannoof ashaaraa isaanii adda durummaan kaa’uu qabu- Obbo Adam Faaraah

Taphni Waancaa Addunyaa 2026 gaggeeffamuuf guyyoota meeqatu hafa? Biyyoota meeqatimmoo itti hirmaachuuf Tikkeettii kutate?

AMN PLUS - Guraandhala 24/2018 Hawaasni ispoortii Idil Addunyaa madda bashannanaa jedhee kan eegu urjiileen kubbaa miilaa akka Liyoonel Andirees Meesiifi Kiristaanoo Ronaaldoo Doosaantoos Aviyeeroo (CR7) kan itti wal-keessummeessan taphni…

Continue ReadingTaphni Waancaa Addunyaa 2026 gaggeeffamuuf guyyoota meeqatu hafa? Biyyoota meeqatimmoo itti hirmaachuuf Tikkeettii kutate?

Akka feete haa taatu ilmi abbaatti haa baatu. Ilmi Garasuu Dhukii, Taaboor Garasuun turtii AMN Dijitaal waliin taasiseen maal jedhe?

AMN PLUS - Guraandhala 24/2018 Seenaan kan yaadatamu gootummaa lolaa qofaan osoo hin taane, bu’uura beekumsa dhalootaa bocuu ni dabalata. Qabsoo bilisummaa keessatti gumaacha kan qaban Garasuu Dhukii diina injifachuuf…

Continue ReadingAkka feete haa taatu ilmi abbaatti haa baatu. Ilmi Garasuu Dhukii, Taaboor Garasuun turtii AMN Dijitaal waliin taasiseen maal jedhe?

TPLF Waliigaltee Piriitooriyaa kan itti tole qofaa filatee raawwachuun heera mootummaa cabsaa jira- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS - Guraandhala 24/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) dhimmoota waqtaawaa ilaalchisuun turtii Afaan Tigreen taasisaniin dhimmoota buqqaatotaa irratti xiyyeeffataniiru. Waqtii waraanaatti lammiileen qe'eefi qabeenyasaaniirraa buqqa'an, waliigaltee Piriitooriyaa…

Continue ReadingTPLF Waliigaltee Piriitooriyaa kan itti tole qofaa filatee raawwachuun heera mootummaa cabsaa jira- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Gareen TPLF Yaada Haaraa Kan Hin Fudhanne, Kan Koo Malee Yaada Jedhuun Tuuta Jiraatuudha – MM Abiyyi

AMN PLUS - Guraandhala 24/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) haala yeroo naannoo Tigraay irratti ENA waliin Afaan Tigreen turtii taasisaniin gareen TPLF yaada qabatamaa kan hin qabne, tuuta…

Continue ReadingGareen TPLF Yaada Haaraa Kan Hin Fudhanne, Kan Koo Malee Yaada Jedhuun Tuuta Jiraatuudha – MM Abiyyi