Tiyaatira aadaafi duudhaa uummata Oromoo sirnaan mul’isuurratti xiyyeeffate – Saddeeta

AMN PLUS - Ebla 28/2018 Tiyaatirrii aadaafi duudhaa uummata Oromoo shoora dubartootaafi siinqeerratti xiyyeeffachuun barreeffameefi moggaasni maqaa Saddeeta jedhu kennameef Dilbata dhufu akka eebbifamu ibsameera. Dhaabbatni Bulchiinsa Manneen Tiyaatiraa Finfinnee…

Continue ReadingTiyaatira aadaafi duudhaa uummata Oromoo sirnaan mul’isuurratti xiyyeeffate – Saddeeta

Finfinneen yaa’ii kunuunsa daa’imummaan duraa Ardii Afrikaa keessummeessuufi

AMN PLUS - Ebla 28/2018 Finfinneen yaa'ii kunuunsa daa'imummaan duraa sadarkaa Afrikaa kan bakka bu'ootni biyyoota 19 irratti hirmaatan akka keessummeessitu ibsameera. Yaa'ichi Caamsaa 03/2018 irraa eegalee kan gaggeeffamu yoo…

Continue ReadingFinfinneen yaa’ii kunuunsa daa’imummaan duraa Ardii Afrikaa keessummeessuufi

MM Abiyyi Ahimad (PhD) Ministira Muummee Neezarlaandis waliin mari’atan

AMN PLUS - Ebla 28/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Ministira Muummee Neezarlaandis Roob Jeetan waliin bilbilaan mari’ataniiru. Dooktar Abiyyi miidiyaa hawaasummaa isaaniin "Roob Jeetan waliin dhimmoota waloorratti marii…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (PhD) Ministira Muummee Neezarlaandis waliin mari’atan

Rogeeyyiin miidiyaa hawaasaa Ardii Afrikaa Finfinnee seenaa jiru

AMN PLUS- Ebla 28/2018 Rogeeyyii miidiyaa hawaasaa Ardii Afrikaa Finfinneetti walitti qabaman keessaa yuutuuberri beekamaa Afrikaa, jijjiirama Finfinnee ardiifi addunyaaf gabaasuun kan beekamu Wodee Maayaan isa tokkodha. Wodee Maayaan lammii…

Continue ReadingRogeeyyiin miidiyaa hawaasaa Ardii Afrikaa Finfinnee seenaa jiru

Harka hojjetu ni jajjabeessina – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS - Ebla 28/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Intarpiraayizota 1,278'f sheedii bakka hojii dabarsuu himan. Aadde Adaanech ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, ‎jiyyummaa kan injifannu jabaannee yoo…

Continue ReadingHarka hojjetu ni jajjabeessina – Kantiibaa Adaanech Abeebee