Miidiyaaleen Idil addunyaa daawwannaa Pirezidaantiin Firaansi Imaanu’eel Maakroon Finfinneetti taasisan ilaalchisee maal jedhan?
AMN PLUS-Caamsaa 05/2018 Miidiyaaleen Idil addunyaa daawwannaa Pirezidaantiin Firaansi Imaanu’eel Maakroon har’a Itoophiyaa Finfinneetti taasisan ilaalchisee gabaasota garaagaraa hordoftoota filmaatilee miidiyaa isaaniin dhaqqabsiisaniiru. Anaadoolun Pirezidaantichi har’a gara magaalaa guddoo Itoophiyaa…