Adeemsa dippiloomaasiitiin Itoophiyaan akka ulaa galaanaa argattuuf nan deeggara – Fiinlaand

‎AMN PLUS- Caamsaa 07/2018 ‎Fiinlaand tattaaffii Itoophiyaan gama nagaa fi dippiloomaasiin ulaa galaanaa argachuuf taasiftu kan deggertu ta'uu ibsite. ‎Koreen Dhaabbii Dhimmoota Nageenyaa fi Hariiroo Alaa Mana Maree Bakka Bu'oota…

Continue ReadingAdeemsa dippiloomaasiitiin Itoophiyaan akka ulaa galaanaa argattuuf nan deeggara – Fiinlaand

Aadaan marii biyyoota akka Itoophiyaatiif baay’ee barbaachisaadha- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS - Caamsaa 07/2018 Ergaa Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) "Waggoottan darbaniif adeemsi marii biyyaalessaa akka fulduratti tarkaanfatuuf, obsaa fi naamusaa ogummaa olaanaadhaan hojjetanii boqonnaa amma irra jiru kanaan…

Continue ReadingAadaan marii biyyoota akka Itoophiyaatiif baay’ee barbaachisaadha- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎Yaadannoon sammuu Komiishinira Komiishinii Maree Biyyaalessaa duraanii Komiishinar Zagayyee Asfaawuuf Taasifame

AMN PLUS- Caamsaa 07/2018 Ministira Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) dabalatee bakka hoggantootni hojii mootummaa olaanoo Federaalaafi Naannoo argamanitti Komiishinira Komiishinii Maree Biyyaalessaa duraanii Komiishinar Zagayyee Asfaawuutiif yaadannoon sammuu taasifameera.…

Continue Reading‎Yaadannoon sammuu Komiishinira Komiishinii Maree Biyyaalessaa duraanii Komiishinar Zagayyee Asfaawuuf Taasifame

Hidhata cimaa Itiyoo – Firaansii tajaajila daandii baaburaa hanga teeknoloojii dijitaalaa!

AMN PLUS - Caamsaa 07/2018 ‎Michummaan Itoophiyaa fi Firaansi jaarraa tokko dura jalqabe, har'a murteessummaa hooggansaatiin ce'umsa teeknoloojiifi walooma tarsiimoon dabaalamee boqonnaa haara irratti argama. ‎Walitti dbufeenyi biyyoottanii ifatti kan…

Continue ReadingHidhata cimaa Itiyoo – Firaansii tajaajila daandii baaburaa hanga teeknoloojii dijitaalaa!

Kitaabni “Mootummaa Ida’amuu” Afaan Arabaatti hiikame Abuu Daabiitti eebbifame

AMN PLUS- Caamsaa 07/2018 Kitaabni Mootummaa Ida'amuu Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)'n barreeffame Afaan Arabaan maxxanee bahe Gamtaa Emireetota Arabaa magaalaa Abuu Daabiitti eebbifameera. Sagantaa eebba kitaabichaarratti Gamtaa Emireetota Arabaatti…

Continue ReadingKitaabni “Mootummaa Ida’amuu” Afaan Arabaatti hiikame Abuu Daabiitti eebbifame

Itoophiyaafi Itaaliin hojii misooma qarqara laga Qabbanaa’aaf waliigaltee Yuuroo Miliyoona Shanii waliif mallatteessan

AMN PLUS – Caamsaa 07/2018 Itoophiyaa fi Itaaliin pirojektii misooma qarqara lageenii eegalchiisuuf waliigaltee deggersaa Yuuroo Miliyoona 5 waliif mallatteessaniiru. Waliigaltichi misooma laga Qabbanaa'aaf kan oolu yoo ta’u, ijaarsi isaa…

Continue ReadingItoophiyaafi Itaaliin hojii misooma qarqara laga Qabbanaa’aaf waliigaltee Yuuroo Miliyoona Shanii waliif mallatteessan