Odeeffannoon qabeenya tarsiimawaa jaarraa kanaa fi utubaa ijoo birmadummaati – MM Abiyyi Ahimad

AMN PLUS- Caamsaa 10/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) odeeffannoon qabeenya tarsiimawaa jaarraa kanaa fi utubaa ijoo birmadummaati jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiyyi Ahimad fi hoggantootni olaanoo hojii mootummaa…

Continue ReadingOdeeffannoon qabeenya tarsiimawaa jaarraa kanaa fi utubaa ijoo birmadummaati – MM Abiyyi Ahimad

Kantiibaa Adaanech Abeebee Foramii Magaalota Addunyaa, Azarbaajaan magaalaa Baakuutti qophaa’e irratti hirmaatan

AMN PLUS - Caamsaa 10/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Foramii Magaalota Addunyaa, Azarbaajaan magaalaa Baakuutti qophaa'e irratti hirmaachaa jiru. Aadde Adaanech Foramii Magaalota Addunyaa 13ffaa irratti hirmaachaa kan…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebee Foramii Magaalota Addunyaa, Azarbaajaan magaalaa Baakuutti qophaa’e irratti hirmaatan

Bu’uuraaleen dijitaalaa guddina biyyaa saffiisisan ijaaramaa jiru – Dooktar Injinar Warquu Gaachanaa

AMN PLUS - Caamsaa 10/2018 Itoophiyaan bu’uuraalee dijitaalaa guddina biyyaa saffiisisan qulqullinaan ijaaraa jirti jedhan Daayirektarri Olaanaa Inistiitiyuutii Hubannoo Namtolchee (AI) Itoophiyaa Dooktar Injinar Warquu Gaachanaa. Dooktar Injinar Warquu Gaachanaa…

Continue ReadingBu’uuraaleen dijitaalaa guddina biyyaa saffiisisan ijaaramaa jiru – Dooktar Injinar Warquu Gaachanaa

Barruun “Business Traveller” jijjiirama guddaa Magaalaa Finfinnee yoo xiinxalu maalirraa eegale?

AMN PLUS - Caamsaa 10/2018 Barruun ‘Businness Traveller’ waa’ee jijjiirama Finfinnee yoo xiinxalu magaalattiin waa maraan gara fuulduraatti imalaa jiraachuu ka’umsa isaa taasifachuun katabeera. Barruun beekamaa idil-addunyaa “Business Traveller” jedhamu…

Continue ReadingBarruun “Business Traveller” jijjiirama guddaa Magaalaa Finfinnee yoo xiinxalu maalirraa eegale?

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa filannoo gaggeessuuf haalli mijataan jiraachuu ibse

AMN PLUS - Caamsaa 10/2018 Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa irra caalaa naannolee biyyattiitti filannoo gaggeessuuf haalli mijataan jiraachuu ibseera. Haala nageenyaa naannolee filannoon waliigalaa keessatti gaggeeffamu ilaalchisee gareen hojiifi hordoffiif…

Continue ReadingBoordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa filannoo gaggeessuuf haalli mijataan jiraachuu ibse

Agarsiisni ‘birmadummaa odeeffannoo bilisummaa imaammataaf” jedhu gaggeeffamaa jira

AMN PLUS - Caamsaa 10/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) fi hoggantootni olaanoo hojii mootummaa kan irratti hirmaatan agarsiisni mata duree ‘birmadummaa odeeffannoo bilisummaa imaammataaf” jedhun Giddu Gala Konveenshinii…

Continue ReadingAgarsiisni ‘birmadummaa odeeffannoo bilisummaa imaammataaf” jedhu gaggeeffamaa jira

Galaan Gurraa ashaaraa badhaadhinaa magaalaa keenyaati – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS - Caamsaa 10/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Galaan Gurraa ashaaraa badhaadhinaa tahuu hubachiisuun imalli badhaadhinaa magaalatti magaalaa gidduu misoomsuun qofa akka hin taane ibsan. Aadde Adaanech…

Continue ReadingGalaan Gurraa ashaaraa badhaadhinaa magaalaa keenyaati – Kantiibaa Adaanech Abeebee

Warshaan Xaa’oo Godee dinagdee Itoophiyaa guutummaatti jijjiira – MM Abiyyi Ahimad

AMN PLUS- Caamsaa 10/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Naannoo Somaaleetti piroojektii warshaa xaa’oo meetrik toonii miiliyoona sadii kan Dangotee Giruup waliin ta’uun ijaaramaa jiru daawwataniiru. Yeroo daawwannaa isaaniitti…

Continue ReadingWarshaan Xaa’oo Godee dinagdee Itoophiyaa guutummaatti jijjiira – MM Abiyyi Ahimad

“Hin Kadhatinaa jechuun qaanii miti. Wanti qaanii ta’u, gara daandiitti ba’anii kadhachuu jajjabeessuudha” – Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinnee

AMN PLUS- Caamsaa 10/2018 "Hin kadhatinaa, koottaa waan qophaa'erraa fayyadamaa" jechuun, daandii irratti ba'anii kadhachuu wajjin ulaagaa kamiinuu wal bira qabamee ilaalamuu hin danda'u jedha ibsi Waajjirri Kantiibaa Magaalaa Finfinnee…

Continue Reading“Hin Kadhatinaa jechuun qaanii miti. Wanti qaanii ta’u, gara daandiitti ba’anii kadhachuu jajjabeessuudha” – Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinnee