Tumsa Itoophiyaafi Gamtaa Afrikaa cimsuuf kutannoon hojjenna – Ambaasaaddar Lamlam Fissahaa
AMN PLUS-Caamsaa 26/2018 Dura Taa’an Komishinii Gamtaa Afrikaa, Mahaamuud Alii Yuusuuf Gamtaa Afrikaatti ergamtuu dhaabbii Itoophiyaa ta’uun haaraa kan muudaman Ambaasaaddar Lamlam Fissahaa Minaalee simatan. Ambaasaaddar Lamlam muuxannoo fi dandeetti…