Naannolee Filannoo 825’tti bu’aan sagalee filannoo ifoomera – Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa
AMN PLUS – Caamsaa 29/2018 Naannolee Filannoo 825’tti bu’aan sagalee filannoo sadarkaa naannolee filannootti akkaataa lakkaa’amuun ida’ameen ifoomuu Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa beeksiseera. Walitti Qabduun Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa Aadde…