Bu’uurri misoomaa dursa nageenya iddoo hojii tolchuu aadaa taasifachuurraa eegala – Injinar Wandimmuu Seettaa
AMN PLUS - Waxabajjii 05/2018 Nageenya iddoo ijaarsaa mirkaneessuu qaama aadaa misooma keenyaa taasifachuu qabna jedhan Sadarkaa Kantiibaa Itti Aanaatti Hoji Gaggeessaan Olaanaa Magaalaa Finfinnee Injinar Wandimmuu Seettaa. Waldaan ogeeyyii…