Hordoffiin oodiitii dhaabbileen akka of fooyyessanif shoora guddaa qaba- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMNPLUS-Adoolessa 06/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee, guyyaa 2ffaa walga’ii Mana Maree Finfinneerratti gabaasa oodiitii dhiyaate irratti yaada kennanin dhaabbileen 107 waggaa tokko keessatti odiitii taasifameen fooyya'aa jiraachu ibsan.…

Continue ReadingHordoffiin oodiitii dhaabbileen akka of fooyyessanif shoora guddaa qaba- Kantiibaa Adaanech Abeebee

MM Abiyyi Ahimad Pireezidaantii Beeniin waliin mari’atan

AMN PLUS- Adoolessa 6/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Pireezidaantii Beeniin Roomuunwaald Waadaagnii waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiyyi Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Pireezidaantii Beeniin Roomuunwaald Waadaagnii waliin dhimmoota…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Pireezidaantii Beeniin waliin mari’atan

Finfinneen Sagantaa Mana Jireenyaa Miliyoona 1.5 guutuu biyyaatti karoorfame keessaatti qooda guddaa fudhatti

AMN PLUS - Adoolessa 06/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee, mootummaan Federaalaa waggoota dhufan keessatti guutuu biyyattiitti sagantaa manneen jireenyaa miliyoona 1.5 ijaaruuf karoorfate keessaatti Finfinneen hirmaannaa guddaa akka…

Continue ReadingFinfinneen Sagantaa Mana Jireenyaa Miliyoona 1.5 guutuu biyyaatti karoorfame keessaatti qooda guddaa fudhatti

‎Finfinneen birookiraasii daldalaa wal xaxaa cabsuun daldaltoota haaraa kuma 270 ol gara daldalaatti galchiteetti- Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎AMN PLUS-Adoolessa 06/2018 ‎Waggoota 5 darbanitti hojimaata kenniinsa tajaajila daldalaa bu’uuraarra jijjiiruun birookiraasiin wal xaxaan kanaan dura ture waan salphateef daldaltoonni haaraa kuma 270 ol ta’an sirna daldalaatti akka dabalaman…

Continue Reading‎Finfinneen birookiraasii daldalaa wal xaxaa cabsuun daldaltoota haaraa kuma 270 ol gara daldalaatti galchiteetti- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Bara bajataa 2018 galii Birrii biiliyoona 300 fi biiliyoona 50 walitti qabuu dandeenyeerra- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Adoolessa 06/2018 Bulchiinsi magaalaa Finfinnee bara baajataa 2018 keessa galii Birrii biiliyoona 300 fi biiliyoona 50 walitti qabuu Kantibaa Aadde Adaanech Abeebee himan. Galiin argames kan bara darbeen…

Continue ReadingBara bajataa 2018 galii Birrii biiliyoona 300 fi biiliyoona 50 walitti qabuu dandeenyeerra- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Kantiibaa Adaanech Abeebeen Kallattiiwwan Xiyyeeffannoo Itti Aanan 12 Mana Maree Magaalaa Finfinneef Dhiheessan

AMN Adooleessa 6, 2018 Tasgabbii Diinagdee fi Qaala’iinsa Jireenyaa Hir’isuu: Rakkoo qaala’iinsa jireenyaa gaaffii hawaasaa ijoo ta’e furuun hojii xiyyeeffannoo olaanaa ta’a. Carraa Hojii Uumuu: Carraawwan fooyya’iinsa diinagdeetiin uumaman fayyadamuun…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen Kallattiiwwan Xiyyeeffannoo Itti Aanan 12 Mana Maree Magaalaa Finfinneef Dhiheessan

Faayidaa, mirgaa fi nageenya lammiilee Itoophiyaa biyya alaa jiraatan eeguuf tooftaalee dipilomaasii fi tajaajila qoonsilaa jiran hunda fayyadamuu itti fufna- Ministeera Dhimma Alaa

AMN PLUS-Adoolessa 06/2018 Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa, faayidaa, mirgaa fi nageenya lammiilee Itoophiyaa biyya alaa jiraatan eeguuf, filannoowwan dipilomaasii fi tajaajila qoonsilaa hunda fayyadamuu isaa akka itti fufu beeksise. Ministeerichi,…

Continue ReadingFaayidaa, mirgaa fi nageenya lammiilee Itoophiyaa biyya alaa jiraatan eeguuf tooftaalee dipilomaasii fi tajaajila qoonsilaa jiran hunda fayyadamuu itti fufna- Ministeera Dhimma Alaa

Paartiin Turkiiyee AK’n injiffannoo Paartiin Badhaadhinaa filannoo waliigalaa marsaa 7ffaatti galmaa’eesseef ergaa baga gammaddanii dabarse

AMN PLUS-Adoolessa 06/2018 Paartiin Turkiiyee AK Paartiin injiffannoo filannoo waliigalaa marsaa 7ffaatti galmaa’eef ergaa baga gammaddanii dabarseera. Itti Aanaan Pirezidaantii Paartii AK fi Itti Gaafatamaan Damee Hariiroo Alaa Zaafir Siiraakaayaa…

Continue ReadingPaartiin Turkiiyee AK’n injiffannoo Paartiin Badhaadhinaa filannoo waliigalaa marsaa 7ffaatti galmaa’eesseef ergaa baga gammaddanii dabarse