Itoophiyaan Dura Taa’ummaa Dhaabbata Biyyoota Afrikaa, Kariibiyaanii fi Paasifiikii fudhatte
AMN PLUS – Adoolessa 09/2018 Itoophiyaan Dhaabbata Biyyoota Afrikaa, Kariibiyaan fi Paasifiikii (OACPS) ta'an keessatti dura taa'ummaa dhaabbatichaa ifatti fudhachuu Ministeerri Maallaqaa ibse. Kunis hirmaannaa idil-addunyaa keessatti milkaa'ina guddaa ta'ee,…