“Raawwii hojii waliigalaa bara baajataa 2018 qorachuu eegalleerra” Kantiibaa Adaanech Abeebee
AMN PLUS- Adoolessa 10/2018 Gamaggamni raawwii hojii waliigalaa Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee kan bara bajataa 2018 eegaluu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ibsan. Waltajjii gamaaggamaa guyyoota walitti aanan sadiif gaggeeffamu…