Ol adeemaan Itoophiyaa dorgommii qubeessuu addunyaa ‘Spelling Bee’ Shaangaayitti gaggeeffame injifate

AMN PLUS – Adoolessa 14/2018 Urjiin haaraan dhalateera! Daa'ima waggaa 8 Qaal Tasfaayee dorgommii qubeessuu Addunyaa ‘Spelling Bee’ Shaangaayitti gaggeeffame injifate. Ogummaa fi cimina hojii keessatti umuriin lakkoofsa qofa! Qaal…

Continue ReadingOl adeemaan Itoophiyaa dorgommii qubeessuu addunyaa ‘Spelling Bee’ Shaangaayitti gaggeeffame injifate

Taphataa Alii Ahimad Istaadiyeemii Idil-addunyaa Adey Ababaa daawwate

‎AMN PLUS- Adoolessa 14/2018 Taphataan Garee Biyyaalessaa Kanaadaa maatii Itoophiyaa irraa dhalate Alii Ahimad, Istaadiyeemii Idil-addunyaa Adey Ababaa gara xumuraatti dhiyaate daawwate. Ministeera Aadaa fi Ispoortiitti Ministir Deetaa Misooma Ispoortii…

Continue ReadingTaphataa Alii Ahimad Istaadiyeemii Idil-addunyaa Adey Ababaa daawwate

Finfinneen mul’istuu guddina waaraati – Obbo Adam Faaraah

AMN PLUS- Adoolessa 14/2018 Jilli hoggantoota Waajjira Olaanaa Paartii Badhaadhinaa fi waajjiraalee damee naannolee, kan Obbo Adam Faaraahin durfamu, hojiiwwan ijaarsa dhaabbilee magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiran daawwateera. Yeroo kana Pirezidaantii…

Continue ReadingFinfinneen mul’istuu guddina waaraati – Obbo Adam Faaraah

Finfinnee: Magaalaa simboo magariisaa uffachuun olka’iinsa Afriikaarraa teesse

AMN PLUS - Adoolessa 14/2018 Magaalaan Afriikaarra olka'iinsa sirrii galaanaan sadarkaa jalqabaarratti argamtu Finfinneen osoo rooba gahaa akka feete argattuu, laggeen hedduun osoo keessa yaa'anii, waggoota dheeraaf magaalaa magariisummaa beeloftu…

Continue ReadingFinfinnee: Magaalaa simboo magariisaa uffachuun olka’iinsa Afriikaarraa teesse

Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo gita isaanii Armaniyaa waliin mari’atan

AMN PLUS- Adoolessa 14/2018 Giiftii Dureen Itoophiyaa Aadde Zinnaash Taayyaachoo fi Giiftii Duree Rippabiliika Armaniyaa Aanaa Hakoobiyaan waliin marii bu’a qabeessa taasisuu isaanii beeksisan. Aadde Zinnaash ergaa isaanii marsariitii hawaasummaa…

Continue ReadingGiiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo gita isaanii Armaniyaa waliin mari’atan