Ibiddi Daaraa Dhalcha Nageenyi Ilma Dhalcha akkuma jedhamu, mariin nagaa, lolli badii malee bu’aan hin dhufu….

AMN PLUS-Adoolessa 15/2018 Ibiddi daaraa dhalchaa nageenyi ilma dhalchaa akkuma jedhamu lollii ibiddaan waa balleessuu malee nageenyaa homaatuu akka hin qabne waan adduunyaan keessa dabartee fi itti jirtu irraa hubachuun…

Continue ReadingIbiddi Daaraa Dhalcha Nageenyi Ilma Dhalcha akkuma jedhamu, mariin nagaa, lolli badii malee bu’aan hin dhufu….

Finfinneen haaraa fi hawwattuu taatee irra deebi’uun dhalachaa jirti- Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinnee

AMN PLUS – Adoolessa 15/ 2018 Pirojektoonni gurguddoon misooma koriidarii, haaromsa magaalaa fi misooma qarqara laggeen yeroo ammaa magaalaa keessatti hojjetamaa jiran bifa Finfinnee guutummaatti jijjiiruu Waajjirri Kantiibaa beeksise. Daandileen…

Continue ReadingFinfinneen haaraa fi hawwattuu taatee irra deebi’uun dhalachaa jirti- Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinnee

Gaaga’ama Sudaan furuufi kallattii gara fuulduraa irratti mari’atame

‎AMN PLUS- Adoolessa 15/2018 Walwaraansa Sudaaniif furmaata Afrikaa barbaaduuf hojjechaa jiraachuu IGAD beeksise. Dhaabbanni Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD) rakkoo biyyattii bifa waaraan furuuf qaamolee fi dhaabbilee dhimmi ilaallatu waliin…

Continue ReadingGaaga’ama Sudaan furuufi kallattii gara fuulduraa irratti mari’atame

Obbo Tamasgeen Xurunaa Walga’ii Ariifachiisaa Fayyaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Gaanaa, Akiraa deeman

AMN PLUS – Adooleessa 15/2018 Ministira Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa walga'ii ariifachiisaa fayyaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf gara magaalaa guddoo Gaanaa, Akiraa galaniiru. Obbo Tamasgeen marsariitii hawaasummaa isaaniirratti ergaa…

Continue ReadingObbo Tamasgeen Xurunaa Walga’ii Ariifachiisaa Fayyaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Gaanaa, Akiraa deeman

Finfinneen Awutobisoota Elektirikii babal’isuun tajaajila geejjibaa ammayyeessaa jirti

AMN PLUS-Adoolessa 14/2018 Dhaabbanni Tajaajila Awutobisii Magaalaa Finfinnee guyyaatti tajaajilamtoota miliyoona 1.3 ta’aniif tajaajila kennaa jiraachuu hime. Dhaabbatichi bara bajataa 2018’tti galmoota ijoo karoorfate % 98 akka milkeesse ibse. Hojii…

Continue ReadingFinfinneen Awutobisoota Elektirikii babal’isuun tajaajila geejjibaa ammayyeessaa jirti