Dooktar Abiyyi Terminaala Haaraa Buufata Xiyyaaraa Dajjaazmaach Balaay Zallaqaa eebbisan
AMN PLUS - Adooleessa 30/2018 Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyyi Ahimad Tarminaala haaraa Buufata Xiyyaaraa Idil-Addunyaa Dajjaazmaach Balaay Zallaqaa magaalaa Baahir Daaritti argamu eebbisuun tajaajilaaf banaa taasisaniiru. Dooktar Abiyyi ergaa…