Balfa gara anniisaatti deebisuun magaalota qulqulluu Afrikaa keessaa tokko kan taate – Finfinnee
AMN PLUS - Hagayya 08/2018 Sirni bulchiinsa dhabamsiisa balfaa Finfinnee anniisaa haaromfamaa fi misooma naannoo waliin walsimuun magaalattiin jireenyaaf mijatuu fi miidhagduu akka taatu taasisuu danda'eera. Akka ragaan Ejensii Bulchiinsa…