Ibsa Haala Adeemsa Marii Biyyaalessaa Hanga Ammaarratti kenname

AMN PLUS - Hagayya 11/2018 Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa adeemsa walabummaa, hammattummaafi hirmaachiisummaa marii biyyaalessaa ilaalchisee ibsa kenneera. Komishinichi Labsii Lakkoofsa 1265/2014’n kan hundeeffame, mariin biyyaalessaa Itoophiyaa keessatti nagaa waaraa,…

Continue ReadingIbsa Haala Adeemsa Marii Biyyaalessaa Hanga Ammaarratti kenname

Finfinneen pirojektoota bishaan dhugaatii qulqulluu dhalootaaf darbu argachaa jirti – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS - Hagayya 11/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee magaalattiin pirojektoota bishaan dhugaatii qulqulluu dhalootaaf darbu argachaa jirti jedhan. Kantiibaa Adaanech ergaa toora miidiyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin dandeettiin…

Continue ReadingFinfinneen pirojektoota bishaan dhugaatii qulqulluu dhalootaaf darbu argachaa jirti – Kantiibaa Adaanech Abeebee

Dhiyeessiin bishaan dhugaatii jiraattotni argachuu qaban kaleessarra har’a fooyya’eera – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS - Hagayya 11/2018 Dhiyeessii bishaan dhugaatii qulqulluu dabaluuf Tulluu Guddoo, naannawaa mana waliin jireenyaa Barakat jedhamuun beekamu,Boolee Arraabsaa dabalatee bakkeewwan biroottis boolla bishaan keessaa bahu hedduu misoomsineerra. Kunis…

Continue ReadingDhiyeessiin bishaan dhugaatii jiraattotni argachuu qaban kaleessarra har’a fooyya’eera – Kantiibaa Adaanech Abeebee

Magaalaa giddu gala dippilomaasiifi hawwata turizimii tahaa jirtu – Finfinnee

AMN PLUS - Hagayya 11/2018 Giddugala dippilomaasii Afrikaa kan taate Finfinneen waggoota muraasa darban keessatti pirojektoota koridoorii, misooma qarqara lagaa, fi ijaarsa deebisanii ijaaruu bal’aa ta’een jijjiiramaa jirti. ‎Qarqara lagaa…

Continue ReadingMagaalaa giddu gala dippilomaasiifi hawwata turizimii tahaa jirtu – Finfinnee