Finfinneen pirojektoota misooma guuttatteen giddu gala hawwata turizimii taa’aa jirti – Turistoota

AMN PLUS-Hagayya 12/2018 Misoomni iddoowwan gahumsa hawwata turistii Finfinneetti hojjetamaniifi hojjetamaa jiran magaalattiin giddu gala turizimiitiin dorgomtuu ta’uun akka beekamtu taasisuu keessatti gumaacha olaanaa akka qabu daawwattootni idil-addunyaa gara magaalatti…

Continue ReadingFinfinneen pirojektoota misooma guuttatteen giddu gala hawwata turizimii taa’aa jirti – Turistoota

Magaalaa balfa gara qabeenyaatti, laggeen gara iddoo bashannanaatti jijjiiraa jirtu – Finfinnee!

‎AMN PLUS - Hagayya 12/2018 ‎Finfinneen magaalaa magariisummaa fi laggeen qulqulluun kan badhaate ta'uu himamus, bara 2010'tti uwwisni magariisummaa magaalattii gara dhibbeentaa 2.8'tti gadi bu’uun balaa sirnakkoof saaxilamtee turte. ‎Haa…

Continue ReadingMagaalaa balfa gara qabeenyaatti, laggeen gara iddoo bashannanaatti jijjiiraa jirtu – Finfinnee!

Maatiin AMN Sagalee Dhalootaa Ashaaraa Isaanii Keewwatan

‎AMN PLUS - Hagayya 12/2018 Maatiin AMN Sagalee Dhalootaa sagantaa dhaabbii biqiltuu marsaa 8ffaa akka biyyaalessaatti mata duree 'Abdii Haa Dhaabnu' jedhuun gaggeeffamaa jiru keessa ashaaraa isaanii keewwataniiru. Sagantichi Finfinnee…

Continue ReadingMaatiin AMN Sagalee Dhalootaa Ashaaraa Isaanii Keewwatan

Bosona Itoophiyaa keessaa hanga waltajjii Idil Addunyaa! – Buna Itoophiyaa

‎AMN PLUS – Hagayya 12/2018 ‎Itoophiyaan madda buna Arabikaafi qabeenya uumamaatiin badhaatuudha. ‎Bunni biyyattii magariisaa taate keessaa kan maddu, dhandhamaa fi urgaa isaa qofaan osoo hin taane, seenaa fi hambaa…

Continue ReadingBosona Itoophiyaa keessaa hanga waltajjii Idil Addunyaa! – Buna Itoophiyaa