Ergaa Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)
Qaammee 02: Guyyaa Olka'iinsaa AMN PLUS – Qaammee 02/2018 Itoophiyaa jecha bira darbuun milkaa'ina qabatamaadhaan dhaabbatte! Kaleessa "Itoophiyaan Kaateetti" gaafa jennu hawwii utuu hin ta'iin dhugaa har'a qabatamaadhaan mirkaneessinedha! Ijaarsa…