Ergaa Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)

Qaammee 04:Guyyaa Daneessummaa Biyyi keenya Itoophiyaan duudhaashee biyyaa maddeen, abdii ifaa egeree ishee ofiisheetiin bocaa jirti! Duudhaalee ajaa’ibsiisaa biyyaa maddaniifi wal-harkaa fuudhinsa dhalootaatiin arganne gabbisuufi falaasama Ida'amuutiin hogganamnee, tokkummaa keenya…

Continue ReadingErgaa Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)

Kennuun Namatti Hin Hir’isu– Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS – Qaammee 04/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee har’a “Guyyaa Daneessummaa” sababeeffachuun, duudhaa fi aadaa biyya keenya keessatti dagaage fayyadamuun, waliin jiraachuu, wal gargaaruufi hojiiwwan nama giddu…

Continue ReadingKennuun Namatti Hin Hir’isu– Kantiibaa Adaanech Abeebee

MM Abiyyi Ahimad Hojjettoota Waajjira Ministira Muummeef Kennaa Bara Haaraa Gumaachan

AMN PLUS – Qaammee 4, 2018 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad, ayyaana Bara Haaraa 2019 dhufu sababeeffachuun, hojjettoota Waajjira Ministira Muummeef maaddii qoodan. Akkasumas, daa’imman waajjirichi deeggarsa taasisuuf, meeshaalee barnootaa gumaachaniiru.…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Hojjettoota Waajjira Ministira Muummeef Kennaa Bara Haaraa Gumaachan