Magaalaa Bu’uuraalee Misooma Turizimii Guuttachuun Fakkeenya Qulqullinaafi Miidhagina Afrikaa Taa’aa Jirtu – Finfinnee!

AMN PLUS - Fulbaana 19/2019 Waggoota muraasa darban keessatti iddoowwan hawwata turistii ammayyaa ijaaraman, fuula magaalaa Finfinnee jijjiiruun fakkeenya magaalota Afrikaa taasisaa jiru. Finfinneen yeroo tokko “magaalaa keessa qaxxamuruuf qofa…

Continue ReadingMagaalaa Bu’uuraalee Misooma Turizimii Guuttachuun Fakkeenya Qulqullinaafi Miidhagina Afrikaa Taa’aa Jirtu – Finfinnee!

Dooktar Jamaaluu Jambar Hogganaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Finfinnee ta’uun muudaman

AMN PLUS – Fulbaana 19/2019 Dooktar Jamaaluu Jambar Baqqalaa Sadarkaa Kantiibaa Itti Aanaatti, Hogganaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Finfinnee ta’uun muudaman. Doktar Jamaaluu Jambar, bara 2016 irraa eegalee hanga…

Continue ReadingDooktar Jamaaluu Jambar Hogganaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Finfinnee ta’uun muudaman

MM Abiyyi Ahimad Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud simatan

AMN PLUS - Fulbaana 19/2019 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammudiin simataniiru. Waajjirri Ministira Muummee ergaa toora miidiyaa hawaasaa isaan dabarseen, Ministirri Muummee Dooktar Abiyyi…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud simatan