Mootummaan Ida’amuu Dubartoota Miseensota Kaabinee isaa keessatti hammachiisuun biyyoota biroof fakkeenya – MM Abiyyi Ahimad
AMN PLUS - Fulbaana 28/2019 Ministirri Muummee Dooktar Abiyyi Ahimad muudama miseensota Kaabinee Mootummaa Ida’amuu Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataaf dhiyeessuun Manni Marichaa sagalee guutuun raggaasiseera. Miseensota Kaabinee Mootummaa Ida’amuu…