Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan Giddugala Aadaa Booranaa ijaarsarra jiru daawwataniiru.
Ijaarsi Giddu gala kanaa gaaffii uummataa kan yeroo dheeraa akka deebisu ibsaniiru.
Ijaarsi marsaan jalqabaa xumuramee, marsaa 2ffaan eegalamuun waan jajjabeessaa ta’uu, Aaddee Sa’aadaan himaniiru. OBN