Ijaarsi Tarminaala Geejjibaa Qaxxaamuraa Biyyaa fi Giddugaleessaa Qaalittii yeroo dhiyoo keessatti xumuramee tajaajila kennuu eegala

You are currently viewing Ijaarsi Tarminaala Geejjibaa Qaxxaamuraa Biyyaa fi Giddugaleessaa Qaalittii yeroo dhiyoo keessatti xumuramee tajaajila kennuu eegala

AMN PLUS- Ebila 3/2017

Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee fi Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Alamuu Simee (Dr.) Giddugala Geejjibaa Qaxxaamuraa Biyyaa fi Giddugaleessaa Qaaliittii daawwataniiru.

Tarminaalli kun bal’ina lafa heektaara 3.9 kan qabu yoo ta’u, sa’aatii 1 keessatti awutoobisoota 120, imaltoota kuma7 fi 200 keessummeessuu akka danda’u Ministir Deetaan Ministeera Geejjibaa fi Loojistikii Obbo Daanyee Boruu himuu isaanii Waajjira Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinneerra odeeffanne

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply