Irreechi Malkaa Daabanaa Birbirsa Lakkuu kabajame

You are currently viewing Irreechi Malkaa Daabanaa Birbirsa Lakkuu kabajame

‎AMN Plus- Onkoloolessa 22/ 2018

‎Godina Buunnoo Beddelleetti Irreechi Malkaa Daabanaa Birbirsa Lakkuu karaa duudhaasaa eeggateen kabajameera.

‎Abbaa Gadaa Maccaa Warqinaa Tarreessaafi Abbaa Gadaa Tuulamaa Goobana Hoolaa dabalatee haadholiin siiqqee, qeerroo qarree fi hawaasa waliin kabajameera.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply