Itoophiyaan damee nageenyaa fi tasgabbiin dhaabbilee amansiisoo fi cimaa teeknooloojiin tumsame ijaaruu Ministiroonni Raayyaa Ittisa Afrikaa fi Ataasheewwan Loltummaa dubbatan.
Qopheessummaa Itiyoophiyaan kan gaggeeffame Yaa’iin Ministiroota Raayyaa Ittisaa Afrikaa Finfinneetti gaggeeffameera.