AMN PLUS- Amajjii 19, 2017
Bara 2024tti Yaa’insi turistii Itoophiyaa %40’n guddachuun addunyaarraa 6ffaa Afriikaarraa 1ffaa ta’uun galmaa’e.
UNtti Dhaabbanni Tuurizimii Addunyaa gabaasa yaa’iinsa turistii addunyaa bara 2024 ifoomseera.
Gabaasni kun daataa haga Baatii Onkoloolessaan kan qindaahe yoo ta’u biyyoota guddina yaa’iinsa turistii guddaa agarsiisan haga 20tti sadarkeesseera.
Akkaa gabaasa kanaan yaa’insi turistootaa addunyaa Itoophiyaatti taasisan %40’n yoo guddatu, Afriikaarraa 1ffaa, addunyaarraa 6ffaa ta’eera.