Magaalli Finfinnee karra shan qabdi:- Isaanis

1. Karra Qirxii – Karra gara kaabaa geessu
2. Karra Qoree – Karra karaa Jimmaatti geessu
3. Karra Alloo – Karra Karaa Walloo/Daseetti geessu
4. Karra Qaalluu/Qaallittii – Karra karaa Bishooftuutti nama geessu
5. Karra Gafarsaa – karaa Gara dhihaatti geessu
AMN – Onkololeessa 25/2017