Mandarri Misooma Qindaa’aa Galaan Guuraa maal of keessatti qabate?

• Manneen jireenyaa 1,200, lammiilee 6,500 kan qabate

• Daandii Asfaaltii keessoo dheerina KM 1.6 qabu

Terminaalaa Awutoobisiiwwan 20 ol altakkaan keessummeessu

• Baatiiwwan lama keessatti manneen barnootaa idileen duraa haga sadarkaa 2ffaa, giddugala soorataa waliin

• Warshaa biddeenaa haadholii 270f carraa hojii uume

• Giddugala soorataa maanguddoota 500 guyyaatti si’a takka nyaachisu

• Warshaa guyyaatti daabboo kuma 60 oomishu daaktuu midhaanii waliin

• Bakka taphaafi tursiisa daa’immanii sadarkaa isaa eeggate

• Bakka olmaa ispoortii lama, magariisummaafi bakka haara-galfannaa

• Lammiilee kuma 1f 646 carraa hojii dhaabbiifi yeroo kan uume ta’uu Odeeffannoon toora hawaasummaa Kantiibaa Adaanech Abeebee irraa arganne ni mul’isa.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply