AMN PLUS – Amajjii 16, 2017
Mariin Paanaalii sirna walirraa fuudhiinsa Baallii Gadaa Booranaa Haroomsa booda marsaa 72ffaa Magaalaa Finfinnee Hootela Iskaaylaayititti ta’aamaa jira.
Marii kanarratti abbootiin Gadaa, Haadhooliin Siinqee, Hayyoonni, Hoggantoonni mootummaa, bakka buutoonni Hawaasa Godina Booranaa, Gaammeen, Dabballee fi Foolleewwan irratti hirmaachaa jiru.
Mangashaa Daargeetu Gabaase