MM Abiyyi Ahimad (Dr.) Mandara Qulqullinaafi sadarkeessaa eebbisan

AMN- Sadaasa 14/ 2017

Har’a ‘mandara Qulqullinaa’ eebbisuu keenyan dura, bu’uuraalee qulqullina biyyoolessaa Kaleessa ijaarre daawwachuuf carraa arganneerra jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyyi Ahimad.

Dhaabbanni murteessaan kun dorgomtummaa oomishaaleen biyya keessaa gabaa alaarratti qaban guddisuun, hirmaannaa fi gatii qaban kan dabaluudha.

Dhaabbata cimaa biyyaa ta’uun dandeettii gabaa alaa cimsuun waltajjii addunyaarratti dorgommaa taanee akka itti fufnuuf kan dandeessisuudha jedhan.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply