Mohaammud Yusuuf Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa ta’an

You are currently viewing Mohaammud Yusuuf Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa ta’an

AMN PLUS Guraandhala 8, 2017

Ministirri Dhimma Alaa Jibuutii Mohaammad Yosuuf Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa ta’uun filamaniiru.

Namni siyaasaa Keeniyaa Raayilaa Odiingaan tilmaama injifannoo olaanaa argatanii turanis Mohaammad Yusuuf Gamtichaan filamaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply