Naannoo Tigraayitti midhaan barana oomishame keessaa walakkaan isaa sassaabbame

AMN Sadaasa 5/2017

Tigraayitti oomisha midhaan bara 2016/2017tti lafa qonnaaf misoome hektaara kuma 727 keessaa walakkaan isaa sassaabbamuu Waajjirri Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Bulchiinsa Naannichaa beeksise.

Dabalataanis Naannichatti midhaan sassaabbame walitti qabuuf duulli gaggeeffamaa ture cimee akka itti fufu Tajaajila Oduu Itoophiyaa gabaseera.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply