Paartiin Badhaadhinaa ergaa baga ayyaana Faasikaa geessanii dabarse

You are currently viewing Paartiin Badhaadhinaa ergaa baga ayyaana Faasikaa geessanii dabarse

AMN PLUS – Ebla 11/2017

Paartiin Badhaadhinaa ergaa baga ayyaana du’aa ka’uu geessanii dabarseera.

Paartichi hordoftoota amantii kiristaanaa maraan ayyaanichi kan nagaa, walgargaarsaa, waloomaa, jaalalaafi dhiifamaa akka ta’u hawweera.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply