Walitti dhufeenya Itoophiyaa fi Cheek Ripablik cimsuuf waliigalteen mallataa’e

AMN – Sadaasa 30/2017

Itti Aanaa Muummee Ministiraa Obbo Tamasgeen Xuruunaa, Itti Aanaa Muummee Ministiraa Cheek Ripablik Maariyaan Urechka waliin mari’ataniiru.

Marii kanaan walitti dhufeenya Itoophiyaa fi Cheek Ripablik kan waggoota dheeraaf ture cimsuuf waliigaltee liqii yeroo dheeraa fi tumsa misoomaa irratti waliin hojjechuuf yaadannoo waliigaltee mallatteessuu isaanii Itti Aanaa Muummee Ministiraa Obbo Tamasgeen Xuruunaa toora marsaa hawaasummaa isaaniitiin ibsaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply