Waltajjin ajandaa marii biyyaalessaa walitti qabuu Naannoo Somaalee Magalaa Jigjigaatti adeemsifamaa jira

You are currently viewing Waltajjin ajandaa marii biyyaalessaa walitti qabuu Naannoo Somaalee Magalaa Jigjigaatti adeemsifamaa jira

AMN Onkololeessa 10, 2017

Ajandaalee biyyaafi naannoof faayidaa qaban adda baasuun milkaa’ina adeemsa marii biyyaaleessaaf hundu gaheesaa bahuu qaba jedhan Komisginarri Komishinii Marii Biyyaaleessaa Piroofessar Masfin Ar’aayaa.

Komishinichi Waltajji Marii Ajandaa walitti qabuu, Naannoo Somaalee, Magalaa Jigjigaatti, qooda fudhattoota waliin adeemsiisaa jira.

Waltajji kanarratti Komishinarri Komishinii Marii Biyyaaleessaa Piroofessar Masfin Ar’aayaa, ajandaalee biyyaafi naannoof faayidaa qaban adda baasuun milkaa’ina adeemsa marii biyyaalessaaf hundu gaheesaa bahuu akka qabuu hubachiisuusaanii Komishinicharraa odeeffanne.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply