{"id":10119,"date":"2025-11-02T09:04:53","date_gmt":"2025-11-02T09:04:53","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=10119"},"modified":"2025-11-02T09:04:56","modified_gmt":"2025-11-02T09:04:56","slug":"dhaabbileen-fayyaa-finfinnee-keessaa-dhibbeentaan-80-tajaajila-laabiraatoorii-sadarkaa-isaa-eeggate-kennaa-jiru","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10119\/","title":{"rendered":"Dhaabbileen Fayyaa Finfinnee keessaa dhibbeentaan 80 tajaajila Laabiraatoorii sadarkaa isaa eeggate kennaa jiru"},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>Amn Plus \u2013 Onkoloolessa 22\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>Biiroon Fayyaa Magaalaa Finfinnee, Dhaabbilee Fayyaa Tajaajila Laabiraatoorii Qulqulluu magaalattiitti kennuun adda duree ta&#8217;aniif beekamtii kenne.<\/p>\n\n\n\n<p>Dhaabbileen Fayyaa Magaalaa Finfinnee keessa jiran dhibbeentaan 80 tajaajila Laabiraatoorii sadarkaa isaa eeggate kennaa jiraachuun himameera.<\/p>\n\n\n\n<p>Tajaajilli Yaala Fayyaa deeggarsa Laabiraatoriin ala hin yaadamu kan jedhan Hoogganaa Itti aanaan Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinnee Dr Mulugeetaa Indaalee, Kanaafis Biiroon Fayyaa Magaalaa Finfinnee yeroo yeroodhaan qulqullinaa fi ga&#8217;umsa Laabiraatoorii dhaabbilee Fayyaa keessa jiran ni sakatta&#8217;a jedhaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Sakattoo erga taasiseen booda, kanneen tajaajila qulqulluufi sadarkaa isaa eeggate kennaniif beekamtii kennaa, kanneen ulaagaa gadi ta&#8217;an ammoo sirreessuun ulaagaa barbaadamu akka guutaniif deeggaraa jiraachuu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Adeemsa kenniinsa beekamtii Laabiraatoorii tajaajila qulqulluu kennanii, Ilaalchisee waraqaa qorannoo kan dhiheessan, Obbo Mahaammad Aliyyuu, Madaalliin taasifame kun ulaagaa akka idil addunyaatti kaa&#8217;ame kan eege ta&#8217;uu himanii, Bu&#8217;uuruma kanaan dhaabbileen tajaajila Laabiraatoorii kennan 200 Itoophiyaatti sadarkaa abbaa urjii 3-5&#8217;tti argachuu eeraniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Akka magaalaa Finfinneetti ammoo Dhaabbileen Fayyaa tajaajila Laabiraatoorii kennan 97 sakatta&#8217;amuu himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Hojiin beekamtii kennuu kun Ulaagaa Idil addunyaa 275 keessa darbuun erga qulqullinni isaanii beekamee booda akka kennamu Obbo Mahaammad Aliyyuu hubachiisaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Dhaabbilee Fayyaa Magaalaa Finfinnee keessa jiran keessaa kenniinsa tajaajila Laabiraatoorii qulqulluu kannuun sadarkaa abbaa urjii Shanii kan argatan buufataalee 30 yoo ta&#8217;an, Hospitaalli Zawudituu, Hospitaalli Gaandiifi Yekkaatiiti 12 badhaafamaa addaa ta&#8217;aniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Yaaddessaa Geetaachootu gabaase.<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10119\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"10119\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"773431482b\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/10119\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Amn Plus \u2013 Onkoloolessa 22\/2018 Biiroon Fayyaa Magaalaa Finfinnee, Dhaabbilee Fayyaa Tajaajila Laabiraatoorii Qulqulluu magaalattiitti kennuun adda duree ta&#8217;aniif beekamtii kenne. Dhaabbileen Fayyaa Magaalaa Finfinnee keessa jiran dhibbeentaan 80 tajaajila Laabiraatoorii sadarkaa isaa eeggate kennaa jiraachuun himameera. Tajaajilli Yaala Fayyaa deeggarsa Laabiraatoriin ala hin yaadamu kan jedhan Hoogganaa Itti aanaan Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinnee Dr [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":10120,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[22],"tags":[],"class_list":["post-10119","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-fayyaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.5 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Dhaabbileen Fayyaa Finfinnee keessaa dhibbeentaan 80 tajaajila Laabiraatoorii sadarkaa isaa eeggate kennaa jiru - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10119\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Dhaabbileen Fayyaa Finfinnee keessaa dhibbeentaan 80 tajaajila Laabiraatoorii sadarkaa isaa eeggate kennaa jiru - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"Amn Plus \u2013 Onkoloolessa 22\/2018 Biiroon Fayyaa Magaalaa Finfinnee, Dhaabbilee Fayyaa Tajaajila Laabiraatoorii Qulqulluu magaalattiitti kennuun adda duree ta&#8217;aniif beekamtii kenne. Dhaabbileen Fayyaa Magaalaa Finfinnee keessa jiran dhibbeentaan 80 tajaajila Laabiraatoorii sadarkaa isaa eeggate kennaa jiraachuun himameera. Tajaajilli Yaala Fayyaa deeggarsa Laabiraatoriin ala hin yaadamu kan jedhan Hoogganaa Itti aanaan Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinnee Dr [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10119\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-11-02T09:04:53+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-11-02T09:04:56+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/11\/9.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1280\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"892\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"1 minute\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/10119\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/10119\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Dhaabbileen Fayyaa Finfinnee keessaa dhibbeentaan 80 tajaajila Laabiraatoorii sadarkaa isaa eeggate kennaa jiru\",\"datePublished\":\"2025-11-02T09:04:53+00:00\",\"dateModified\":\"2025-11-02T09:04:56+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/10119\\\/\"},\"wordCount\":224,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/10119\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/11\\\/9.jpg\",\"articleSection\":[\"Fayyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/10119\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/10119\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/10119\\\/\",\"name\":\"Dhaabbileen Fayyaa Finfinnee keessaa dhibbeentaan 80 tajaajila Laabiraatoorii sadarkaa isaa eeggate kennaa jiru - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/10119\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/10119\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/11\\\/9.jpg\",\"datePublished\":\"2025-11-02T09:04:53+00:00\",\"dateModified\":\"2025-11-02T09:04:56+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/10119\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/10119\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/10119\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/11\\\/9.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/11\\\/9.jpg\",\"width\":1280,\"height\":892},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/10119\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Dhaabbileen Fayyaa Finfinnee keessaa dhibbeentaan 80 tajaajila Laabiraatoorii sadarkaa isaa eeggate kennaa jiru\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Dhaabbileen Fayyaa Finfinnee keessaa dhibbeentaan 80 tajaajila Laabiraatoorii sadarkaa isaa eeggate kennaa jiru - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10119\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Dhaabbileen Fayyaa Finfinnee keessaa dhibbeentaan 80 tajaajila Laabiraatoorii sadarkaa isaa eeggate kennaa jiru - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"Amn Plus \u2013 Onkoloolessa 22\/2018 Biiroon Fayyaa Magaalaa Finfinnee, Dhaabbilee Fayyaa Tajaajila Laabiraatoorii Qulqulluu magaalattiitti kennuun adda duree ta&#8217;aniif beekamtii kenne. Dhaabbileen Fayyaa Magaalaa Finfinnee keessa jiran dhibbeentaan 80 tajaajila Laabiraatoorii sadarkaa isaa eeggate kennaa jiraachuun himameera. Tajaajilli Yaala Fayyaa deeggarsa Laabiraatoriin ala hin yaadamu kan jedhan Hoogganaa Itti aanaan Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinnee Dr [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10119\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-11-02T09:04:53+00:00","article_modified_time":"2025-11-02T09:04:56+00:00","og_image":[{"width":1280,"height":892,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/11\/9.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"1 minute"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10119\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10119\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Dhaabbileen Fayyaa Finfinnee keessaa dhibbeentaan 80 tajaajila Laabiraatoorii sadarkaa isaa eeggate kennaa jiru","datePublished":"2025-11-02T09:04:53+00:00","dateModified":"2025-11-02T09:04:56+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10119\/"},"wordCount":224,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10119\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/11\/9.jpg","articleSection":["Fayyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10119\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10119\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10119\/","name":"Dhaabbileen Fayyaa Finfinnee keessaa dhibbeentaan 80 tajaajila Laabiraatoorii sadarkaa isaa eeggate kennaa jiru - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10119\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10119\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/11\/9.jpg","datePublished":"2025-11-02T09:04:53+00:00","dateModified":"2025-11-02T09:04:56+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10119\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10119\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10119\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/11\/9.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/11\/9.jpg","width":1280,"height":892},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10119\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Dhaabbileen Fayyaa Finfinnee keessaa dhibbeentaan 80 tajaajila Laabiraatoorii sadarkaa isaa eeggate kennaa jiru"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/10119","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=10119"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/10119\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":10121,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/10119\/revisions\/10121"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/10120"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=10119"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=10119"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=10119"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}