{"id":10296,"date":"2025-11-11T07:10:20","date_gmt":"2025-11-11T07:10:20","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=10296"},"modified":"2025-11-11T07:10:22","modified_gmt":"2025-11-11T07:10:22","slug":"uffata-aadaa-uffachuun-kabaja-argadheera-gaazexeessituu-daraartuu-tarreessaa","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10296\/","title":{"rendered":"Uffata aadaa uffachuun kabaja argadheera- Gaazexeessituu Daraartuu Tarreessaa"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\"><a><\/a>\u200eAMN PLUS- Sadaasa 2\/2018<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Waggootii 8 darbaniif guyyaas ta&#8217;e halkan yeroo hirribasheelle uffata aadaa malee uffata biraa hin fayyadamtu.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Bonaa ganna, roobaafi aduun, dhiqqeefi dhukkeen ishee hin daangessine. Uffatni aadaa uffata idileesheeti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Kanumaafis Komishinii Turizimii Oromiyaa dabalatee, qaamoleen hedduun beekamtii kennaniiruufi. Yeroo ammaa AMN Dijitaal keessa Ogummaa Gaazexeessummaan kan hojjettu Daraartuun, qophii Kaaribuu AMN PLUS irratti keessummaa taatee dhiyaatteetti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eLixa Oromiyaatti dhalattee kan guddattee Gaazexeessitu Daraartuu Tarreessaa, \u200eummatni Oromoo akkuma saba bal&#8217;aa ta&#8217;e aadaan uffannaafi falaasamni isaa guddaadha kan jettu Gaazexeessituu Daraartuu Tarreessaa, kalaqni aadaa uffannaa isaas bal&#8217;aa akka ta&#8217;e ibsiti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eAadaafi sirni Oromoo dhiibbaa heddu jala akka ture kan ibsituu Daraartuun, waan Oromoo miidhagaa kana maafan hin mul&#8217;isneen kaayyoo koo turee jetti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eAadaan uffannaa biyya alaatii dhalaamee dhaloonni amma uffachaa jiru, duudhaafi safuu ummata oromoo waliin kan hin deemne baay&#8217;eetu jira jetti. Haalli uffannaa faashinii biyya alaa kun biyya itti oomishameef hiika mataa isaa qabaachuu danda&#8217;a kan jettu Daraartuun biyya keenyaatti dizaayinii baay&#8217;een safuu duudhaa Oromoo waliin kan deemu mitis jetti.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"615\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/11\/580062745_1291006939714746_7103615213750790740_n-1024x615.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-10299\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/11\/580062745_1291006939714746_7103615213750790740_n-1024x615.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/11\/580062745_1291006939714746_7103615213750790740_n-300x180.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/11\/580062745_1291006939714746_7103615213750790740_n-768x461.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/11\/580062745_1291006939714746_7103615213750790740_n-1536x922.jpg 1536w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/11\/580062745_1291006939714746_7103615213750790740_n-1320x793.jpg 1320w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/11\/580062745_1291006939714746_7103615213750790740_n.jpg 1797w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200e&#8221;Qarominaafi faashinii haara qofa hordofuu osoo hin taane hiikkoo isaallee beeknee uffachuun qabna&#8221; jetti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eYeroo ijoollummatti dabree dabree uffata aadaa warri isheedha bituu kan himtu Daraartuun, erga guddattee of dandeessee booda uffannaan ishee uffataa aadaa qofa akka ta&#8217;e ibsiti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200e&#8221;Yeroo uffanni aadaa oromoo kun dhiibbaa adda addaa jala ture sanitti namoonni natti siqan baay&#8217;een siif dhiibba qabaa jedhanii yeroo itti sodaa natti himaa turanillee cichoominaan uffachuun kayyoo koo har&#8217;aan gahadheera&#8221; jetti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200e&#8221;Uffannaa durii haawwan keenya uffachaa turan guyyaan uffadhee maanguddoon hedduun uffata durii kana eessaa fidee akkan uffachaa jiru na gaafaatu&#8221; jetti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Amma namoonni kabajaafi safuu guddaa uffata aadaaf waan qabaniif bakkan deemutillee iddoo guddaa isheef akka kennan dubbatti Gaazexeessituu Daraartuu Tarreessaa.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eYeroo hundaa uffata aadaa uffachuun namatti tolaa? jedhamtee kan gaafaagamtee Daraartuun inni guddaan sammuu ofii amamsiisuudha malee aduu, roobni dhoqqeen uffata aadaa uffachuu waan nama dhoorkuu miti jetti.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large is-resized\"><img decoding=\"async\" width=\"682\" height=\"1024\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/11\/579446969_1291007003048073_8840493824488499162_n-1-1-682x1024.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-10300\" style=\"width:840px;height:auto\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/11\/579446969_1291007003048073_8840493824488499162_n-1-1-682x1024.jpg 682w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/11\/579446969_1291007003048073_8840493824488499162_n-1-1-200x300.jpg 200w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/11\/579446969_1291007003048073_8840493824488499162_n-1-1-768x1152.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/11\/579446969_1291007003048073_8840493824488499162_n-1-1.jpg 853w\" sizes=\"(max-width: 682px) 100vw, 682px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eDuraan ilaalchi uffannaa aadaa kanaarratti namoonni qabaniif gaarii akka hin turiin kan himtu Daraartuun, amma garuu sun hunduu jijjiiramee namoonni akka itti gammadaan ibsiti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200e&#8221;Yeroo amma kana uffata aadaa uffachuu kootin kabajaas argadheera&#8221; jetti. Uffata godinaalee hundumaa gosa gosaan qabdi. Kan Booranaa gosa 9 hodhisiifatte, kan godina kaaniis yoo xiqqaate shan shan qabdi.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200e&#8221;Uffata aadaa uffachuun bakka hin taanellee akka hin dhaabbannee nama taasisa, Innis uffanni aadaa kabajaa guddaa namatti waan horuuf yeroo hunda bakka kabajaa filatta&#8221; jette\u200e<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eUffata aadaa kanaan Ambaasaaddara uffata aadaa ta&#8217;uun Komishinii Turizimii Oromiyaatirraa beekamtiifi badhaasas argachuu akka dandeessee ibsiteerti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eOf durattillee uffata aadaa kana duudha ganamaa akka ibsuu danda&#8217;utti beeksisuu akka barbaaddu dhaamtee jirti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Shuumii Badhaasootiin<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10296\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"5c49012809\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/10296\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>\u200eAMN PLUS- Sadaasa 2\/2018 Waggootii 8 darbaniif guyyaas ta&#8217;e halkan yeroo hirribasheelle uffata aadaa malee uffata biraa hin fayyadamtu. Bonaa ganna, roobaafi aduun, dhiqqeefi dhukkeen ishee hin daangessine. Uffatni aadaa uffata idileesheeti. Kanumaafis Komishinii Turizimii Oromiyaa dabalatee, qaamoleen hedduun beekamtii kennaniiruufi. Yeroo ammaa AMN Dijitaal keessa Ogummaa Gaazexeessummaan kan hojjettu Daraartuun, qophii Kaaribuu AMN PLUS [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":10297,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[29,15],"tags":[],"class_list":["post-10296","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-aadaa","category-hawaasummaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v28.3 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Uffata aadaa uffachuun kabaja argadheera- Gaazexeessituu Daraartuu Tarreessaa - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10296\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Uffata aadaa uffachuun kabaja argadheera- Gaazexeessituu Daraartuu Tarreessaa - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"\u200eAMN PLUS- Sadaasa 2\/2018 Waggootii 8 darbaniif guyyaas ta&#8217;e halkan yeroo hirribasheelle uffata aadaa malee uffata biraa hin fayyadamtu. Bonaa ganna, roobaafi aduun, dhiqqeefi dhukkeen ishee hin daangessine. Uffatni aadaa uffata idileesheeti. Kanumaafis Komishinii Turizimii Oromiyaa dabalatee, qaamoleen hedduun beekamtii kennaniiruufi. Yeroo ammaa AMN Dijitaal keessa Ogummaa Gaazexeessummaan kan hojjettu Daraartuun, qophii Kaaribuu AMN PLUS [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10296\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-11-11T07:10:20+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-11-11T07:10:22+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/11\/578763254_1291006169714823_842618889185554758_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"640\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"640\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/10296\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/10296\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Uffata aadaa uffachuun kabaja argadheera- Gaazexeessituu Daraartuu Tarreessaa\",\"datePublished\":\"2025-11-11T07:10:20+00:00\",\"dateModified\":\"2025-11-11T07:10:22+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/10296\\\/\"},\"wordCount\":432,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/10296\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/11\\\/578763254_1291006169714823_842618889185554758_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Aadaa\",\"Hawaasummaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/10296\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/10296\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/10296\\\/\",\"name\":\"Uffata aadaa uffachuun kabaja argadheera- Gaazexeessituu Daraartuu Tarreessaa - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/10296\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/10296\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/11\\\/578763254_1291006169714823_842618889185554758_n.jpg\",\"datePublished\":\"2025-11-11T07:10:20+00:00\",\"dateModified\":\"2025-11-11T07:10:22+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/10296\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/10296\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/10296\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/11\\\/578763254_1291006169714823_842618889185554758_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/11\\\/578763254_1291006169714823_842618889185554758_n.jpg\",\"width\":640,\"height\":640},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/10296\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Uffata aadaa uffachuun kabaja argadheera- Gaazexeessituu Daraartuu Tarreessaa\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Uffata aadaa uffachuun kabaja argadheera- Gaazexeessituu Daraartuu Tarreessaa - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10296\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Uffata aadaa uffachuun kabaja argadheera- Gaazexeessituu Daraartuu Tarreessaa - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"\u200eAMN PLUS- Sadaasa 2\/2018 Waggootii 8 darbaniif guyyaas ta&#8217;e halkan yeroo hirribasheelle uffata aadaa malee uffata biraa hin fayyadamtu. Bonaa ganna, roobaafi aduun, dhiqqeefi dhukkeen ishee hin daangessine. Uffatni aadaa uffata idileesheeti. Kanumaafis Komishinii Turizimii Oromiyaa dabalatee, qaamoleen hedduun beekamtii kennaniiruufi. Yeroo ammaa AMN Dijitaal keessa Ogummaa Gaazexeessummaan kan hojjettu Daraartuun, qophii Kaaribuu AMN PLUS [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10296\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-11-11T07:10:20+00:00","article_modified_time":"2025-11-11T07:10:22+00:00","og_image":[{"width":640,"height":640,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/11\/578763254_1291006169714823_842618889185554758_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10296\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10296\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Uffata aadaa uffachuun kabaja argadheera- Gaazexeessituu Daraartuu Tarreessaa","datePublished":"2025-11-11T07:10:20+00:00","dateModified":"2025-11-11T07:10:22+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10296\/"},"wordCount":432,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10296\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/11\/578763254_1291006169714823_842618889185554758_n.jpg","articleSection":["Aadaa","Hawaasummaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10296\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10296\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10296\/","name":"Uffata aadaa uffachuun kabaja argadheera- Gaazexeessituu Daraartuu Tarreessaa - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10296\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10296\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/11\/578763254_1291006169714823_842618889185554758_n.jpg","datePublished":"2025-11-11T07:10:20+00:00","dateModified":"2025-11-11T07:10:22+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10296\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10296\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10296\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/11\/578763254_1291006169714823_842618889185554758_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/11\/578763254_1291006169714823_842618889185554758_n.jpg","width":640,"height":640},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/10296\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Uffata aadaa uffachuun kabaja argadheera- Gaazexeessituu Daraartuu Tarreessaa"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/10296","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=10296"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/10296\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":10301,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/10296\/revisions\/10301"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/10297"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=10296"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=10296"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=10296"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}