{"id":11002,"date":"2025-11-28T08:17:33","date_gmt":"2025-11-28T08:17:33","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=11002"},"modified":"2025-11-28T08:17:35","modified_gmt":"2025-11-28T08:17:35","slug":"imalli-jalqabnee-jirru-qormaata-seenessa-qeenxee-injifachuun-seenessa-walootiin-biyya-hundaaf-taatu-hundarraa-hundaan-hundaaf-ijaaruudha-obbo-haayiluu-addunyaa","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11002\/","title":{"rendered":"Imalli jalqabnee jirru qormaata seenessa qeenxee injifachuun seenessa walootiin biyya hundaaf taatu hundarraa hundaan hundaaf ijaaruudha-Obbo Haayiluu Addunyaa"},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>AMN PLUS-Sadaasa 18\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>Waltajjiin Gumii Balal marsaa 47ffaa mata duree \u201cWaliigaltee Dimokiraatawaa Tokkummaa Sabdaneessaaf\u201d jedhuun geggeeffamaa akka jiru BKO&#8217;n ibseera.<\/p>\n\n\n\n<p>Hoogganaan Biiroo Komunikeeshinii Oromiyaa obbo Haayiluu Addunyaa Gumiin Balal gumiiwwan ijoo sirni Gadaa ijaare gaaddisa ajandaa dubbii jabduun sabaa irratti ilaalamuufi akka duudhaa Oromootti xiyyeeffannoon gumii kanaa qajeelchuu, hubachiisuufi sirneessuu ta&#8217;uu himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Gumiin marsaa kanaas guyyaa Sabootaa, Sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaa ajandaa ijoo biyyaalessaa ta\u2019e ka\u2019umsa taasifachuun imala ijaarsa biyyaa waliigaltee dimokiraatawaa uumuuf taasifamaa jiru irratti xiyyeeffachuun geggeeffamaa jiraachuu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Itoophiyaan aarsaa wareegama qaalii kaffalamaa dhufeen qormaatota sirni qeenxee uume injifachaa walwaraansaafi boodatti hafummaa moo\u2019achaa gara ce\u2019umsa sirni dimokiraasiitti imalli taasisuu eegalte abdiirraa gara ifa qabatamaatti ce\u2019aa jiraachuu himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Mareen biyyaalessaa rakkoowwan qormaata keessoof akka falaatti abdatamee jiru taasifamaa jiraachuu jiraachuu eeraniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Mareefi marabbaan dhiifamaafi araaraan dabaalame qormaata idaa bule furuuf furmaata abdachiisaa ta&#8217;uu kaasaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Akka naannoofi biyyaatti imalli jalqabnee jirru qormaata seenessa qeenxee injifachuun seenessa walootiin biyya hundaaf taatu hundarraa hundaan hundaaf ijaaruu ta&#8217;uu dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Galma guddaa sirna federaalizimii sabdaneessaaf bu\u2019uura amansiisaa kaa\u2019u kana ijaaruun dhamaatii hundaa kan gaafatu ta&#8217;uu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Mareen Gumii Balaliin gaggeeffamaa jirus galmoota kanneen dhugoomsuuf dogoggooroota darban sirreessuu, ijaarsa sirnaaf galtee yaadaa dhiyeessuu, beekumsaafi hubannoon karaa duudhaa ganamaan masakameen egeree ijaaruuf hayyoonni bilchina yaadaa olaanaan kan irratti mari\u2019atan ta\u2019uu Obbo Haayiluun ibsuu isaanii odeeffannoon BKO irraa argame ni mul&#8217;isa.<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11002\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"11002\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"773431482b\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/11002\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS-Sadaasa 18\/2018 Waltajjiin Gumii Balal marsaa 47ffaa mata duree \u201cWaliigaltee Dimokiraatawaa Tokkummaa Sabdaneessaaf\u201d jedhuun geggeeffamaa akka jiru BKO&#8217;n ibseera. Hoogganaan Biiroo Komunikeeshinii Oromiyaa obbo Haayiluu Addunyaa Gumiin Balal gumiiwwan ijoo sirni Gadaa ijaare gaaddisa ajandaa dubbii jabduun sabaa irratti ilaalamuufi akka duudhaa Oromootti xiyyeeffannoon gumii kanaa qajeelchuu, hubachiisuufi sirneessuu ta&#8217;uu himaniiru. Gumiin marsaa kanaas [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":11003,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[23],"tags":[],"class_list":["post-11002","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-siyaasa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.5 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Imalli jalqabnee jirru qormaata seenessa qeenxee injifachuun seenessa walootiin biyya hundaaf taatu hundarraa hundaan hundaaf ijaaruudha-Obbo Haayiluu Addunyaa - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11002\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Imalli jalqabnee jirru qormaata seenessa qeenxee injifachuun seenessa walootiin biyya hundaaf taatu hundarraa hundaan hundaaf ijaaruudha-Obbo Haayiluu Addunyaa - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS-Sadaasa 18\/2018 Waltajjiin Gumii Balal marsaa 47ffaa mata duree \u201cWaliigaltee Dimokiraatawaa Tokkummaa Sabdaneessaaf\u201d jedhuun geggeeffamaa akka jiru BKO&#8217;n ibseera. Hoogganaan Biiroo Komunikeeshinii Oromiyaa obbo Haayiluu Addunyaa Gumiin Balal gumiiwwan ijoo sirni Gadaa ijaare gaaddisa ajandaa dubbii jabduun sabaa irratti ilaalamuufi akka duudhaa Oromootti xiyyeeffannoon gumii kanaa qajeelchuu, hubachiisuufi sirneessuu ta&#8217;uu himaniiru. Gumiin marsaa kanaas [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11002\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-11-28T08:17:33+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-11-28T08:17:35+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/11\/590043186_1304458235036283_3647795055568475837_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"590\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"393\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"1 minute\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/11002\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/11002\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Imalli jalqabnee jirru qormaata seenessa qeenxee injifachuun seenessa walootiin biyya hundaaf taatu hundarraa hundaan hundaaf ijaaruudha-Obbo Haayiluu Addunyaa\",\"datePublished\":\"2025-11-28T08:17:33+00:00\",\"dateModified\":\"2025-11-28T08:17:35+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/11002\\\/\"},\"wordCount\":245,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/11002\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/11\\\/590043186_1304458235036283_3647795055568475837_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Siyyaasa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/11002\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/11002\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/11002\\\/\",\"name\":\"Imalli jalqabnee jirru qormaata seenessa qeenxee injifachuun seenessa walootiin biyya hundaaf taatu hundarraa hundaan hundaaf ijaaruudha-Obbo Haayiluu Addunyaa - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/11002\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/11002\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/11\\\/590043186_1304458235036283_3647795055568475837_n.jpg\",\"datePublished\":\"2025-11-28T08:17:33+00:00\",\"dateModified\":\"2025-11-28T08:17:35+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/11002\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/11002\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/11002\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/11\\\/590043186_1304458235036283_3647795055568475837_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/11\\\/590043186_1304458235036283_3647795055568475837_n.jpg\",\"width\":590,\"height\":393},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/11002\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Imalli jalqabnee jirru qormaata seenessa qeenxee injifachuun seenessa walootiin biyya hundaaf taatu hundarraa hundaan hundaaf ijaaruudha-Obbo Haayiluu Addunyaa\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Imalli jalqabnee jirru qormaata seenessa qeenxee injifachuun seenessa walootiin biyya hundaaf taatu hundarraa hundaan hundaaf ijaaruudha-Obbo Haayiluu Addunyaa - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11002\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Imalli jalqabnee jirru qormaata seenessa qeenxee injifachuun seenessa walootiin biyya hundaaf taatu hundarraa hundaan hundaaf ijaaruudha-Obbo Haayiluu Addunyaa - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS-Sadaasa 18\/2018 Waltajjiin Gumii Balal marsaa 47ffaa mata duree \u201cWaliigaltee Dimokiraatawaa Tokkummaa Sabdaneessaaf\u201d jedhuun geggeeffamaa akka jiru BKO&#8217;n ibseera. Hoogganaan Biiroo Komunikeeshinii Oromiyaa obbo Haayiluu Addunyaa Gumiin Balal gumiiwwan ijoo sirni Gadaa ijaare gaaddisa ajandaa dubbii jabduun sabaa irratti ilaalamuufi akka duudhaa Oromootti xiyyeeffannoon gumii kanaa qajeelchuu, hubachiisuufi sirneessuu ta&#8217;uu himaniiru. Gumiin marsaa kanaas [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11002\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-11-28T08:17:33+00:00","article_modified_time":"2025-11-28T08:17:35+00:00","og_image":[{"width":590,"height":393,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/11\/590043186_1304458235036283_3647795055568475837_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"1 minute"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11002\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11002\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Imalli jalqabnee jirru qormaata seenessa qeenxee injifachuun seenessa walootiin biyya hundaaf taatu hundarraa hundaan hundaaf ijaaruudha-Obbo Haayiluu Addunyaa","datePublished":"2025-11-28T08:17:33+00:00","dateModified":"2025-11-28T08:17:35+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11002\/"},"wordCount":245,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11002\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/11\/590043186_1304458235036283_3647795055568475837_n.jpg","articleSection":["Siyyaasa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11002\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11002\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11002\/","name":"Imalli jalqabnee jirru qormaata seenessa qeenxee injifachuun seenessa walootiin biyya hundaaf taatu hundarraa hundaan hundaaf ijaaruudha-Obbo Haayiluu Addunyaa - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11002\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11002\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/11\/590043186_1304458235036283_3647795055568475837_n.jpg","datePublished":"2025-11-28T08:17:33+00:00","dateModified":"2025-11-28T08:17:35+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11002\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11002\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11002\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/11\/590043186_1304458235036283_3647795055568475837_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/11\/590043186_1304458235036283_3647795055568475837_n.jpg","width":590,"height":393},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11002\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Imalli jalqabnee jirru qormaata seenessa qeenxee injifachuun seenessa walootiin biyya hundaaf taatu hundarraa hundaan hundaaf ijaaruudha-Obbo Haayiluu Addunyaa"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/11002","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=11002"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/11002\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":11004,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/11002\/revisions\/11004"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/11003"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=11002"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=11002"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=11002"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}