{"id":11670,"date":"2025-12-11T15:47:10","date_gmt":"2025-12-11T15:47:10","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=11670"},"modified":"2025-12-11T15:47:13","modified_gmt":"2025-12-11T15:47:13","slug":"milkaainootni-argaman-mallattoo-cichoomina-hooggansaati-biqilaa-hurrisaa-phd","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11670\/","title":{"rendered":"Milkaa\u2019inootni\u00a0argaman mallattoo cichoomina hooggansaati &#8211; Biqilaa Hurrisaa (PhD)"},"content":{"rendered":"\n<p>AMN PLUS- Muddee 2 \/2018<\/p>\n\n\n\n<p>Hoggansii jijjiramaa\u00a0yaada hara&#8217;aan\u00a0karoorsee hojjetee hojjechiisuun waggotaa muraasa keessatti injifaannowwan gurguddaa galmeessisuu dandaa&#8217;eera jedhaan, Sadarkaa Miniistraatti Qindeessaan Giddugala Ijaarsa Sirna Dimokiraasii  Biqilaa Hurrisa (PhD).<\/p>\n\n\n\n<p>Biyyi qabeenya bishaanii, qilleensa mijataafi biyyoo gabbataa akkasumas humna namaa misoomaaf ooluu danda&#8217;u&nbsp;qabattee sirnaan hoogganamuu&nbsp;dhabuun yeroo dheeraaf marammartoo hiyyummaa keessa&nbsp;turuu yaadachiisan.<\/p>\n\n\n\n<p>Dooktar Biqilaan Turtii Addatti AMN PLUS Waliin Taasiisaniin hoggansii jijjiramaa gagga&#8217;ama dinagdee biyyattitti mudate tasgabbeessuuf rifoormii dinagdee taasiseen, humna jijjiiramaa mandhaaleen durfamuun hogganamuu diinagdee damdaneessa sochoosuu, sagantaa ashaaraa magariisaa, meeggaa pirojektoota ijaaruun qulqullina, baay&#8217;inaafi ariitiin xumuruu, oomishaalee alaa galuu kan biyya keessaan bakka buusuu,imaalaa wabii nyaataa mirkaneessuu, alergii guddisuu,&nbsp;dandaa&#8217;een dinaagdee daandiirraa maqee turee daandiittii&nbsp; deebisuu danda&#8217;eera jedhan .<\/p>\n\n\n\n<p>Dameelewwan Diinagdee Gooroo shananiif xiyyeeffannoo kennee hojii hojjatameen bu&#8217;aawwan diinagdee naannoofi biyyaa sadarkaa olaanaan fooyyessan&nbsp;argamuu himan.<\/p>\n\n\n\n<p>Keessumattuu milkaa&#8217;inootni damee qonnaatiin mul&#8217;atan jiruufi jireenya lammilee biyyaatti jijjiirun, wagga murasaa dura gargarramtoota midhaan nyaataa miliyoonaa 27 turee yeroo amma gara miliyoona 3ttii hir\u2019isuun danda\u2019ameera jedhaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Kunis seenaa&nbsp; biyya keenya yeroo dheeraaf kadhaaf harka diriirsuun beekamtu jijjiiruun&nbsp;gargaaramtummaarraa gara oomishtummaatti akka ceetu taasiseera himaniiru. &nbsp;Oomishaa buna dabalatee kuduraafi muduraa gabaa biyyaa alaatiif dhiyyessuun danda&#8217;ameen buna qoffarraa dollaarri biliyoona 2.6 argamuu danda&#8217;eera.<\/p>\n\n\n\n<p>Walumaa galaa qoonni biyyatti&nbsp;of dandaa&#8217;ee&nbsp;qoonaa ummatasaa nyaachisuu, wabii nyaata uumuu, omisha qoonna alaa galuu hanbisuu dandaa&#8217;uu, akkasumaas carraa hojii miliyoonota umuufi lammilee biyyatti hiyyuummaa keessaa baasuu dandaa&#8217;u ta&#8217;uu himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Damee Omishaa (Manufacturing) Keessatti immoo imaammatni indaastrii irra deebin akka sakkata&#8217;amu fi dhaabbileen omishaalee biyya alaatii galan bakka bu&#8217;an omishan haalaan akka jajjabeefamuu ta&#8217;eera. Kanaanis oomishni indaastirii biyyaa keessatti omishamuu dhibbantaa 14 turee yeroo amma gara dhibbantaa 45ttii ol guddachuu dandaa&#8217;eera jedhan.<\/p>\n\n\n\n<p>Biyyaattiin waggotaa muraasaa keessaatti qoonnarraa gara indaastiriitti ceetee indaastirii irraa gara tajjaajjilattii akka ceetuu agarsiistuu hedduun kan jiruu ta\u2019uus Dr. Biqilaa Hurrisaa dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"642\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-11_07-20-52-1024x642.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-11672\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-11_07-20-52-1024x642.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-11_07-20-52-300x188.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-11_07-20-52-768x482.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-11_07-20-52.jpg 1280w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Gama Turizimiitiin qabeenyii turiziimii biyyaattiin qabdu kanaan duraa faayidaadhaan ala turan kanneen akka Masaraa Abbaa Jifaar, Holqa Soofumar, Fasilaadas fa\u2019aan haroomsaamanii, miisoomuun harofnis itti dabalamee addunyaan akka ija&nbsp; gara biyyattiitti naanneffatu taasifamuun&nbsp;maddaa galii taasifamuu eeran.<\/p>\n\n\n\n<p>\u201cQabeenyi albuudaa seektara dagatamee akka madda walitti bu&#8217;insaatti ilaalamaa ture sharafa biyya alaa fiduu hin dandeenye, riifoormii taasifameen damee kanarratti hanqinoota gama dandeettii tekniikaan jiran furuu, seerota walitti dhufeenyi dhaabbilee albuuda omishaaniifi jirattoota naannoo ittin hogganamu qophessuu fi dhimma gatii albuudotaa irratti hojjechuun galii damee albuudaarraa argamu akka ol guddatuu taasifaameera. kanaanis warqee qoofaarraa sharafni biyya alaa doolaraa biliyoona 3.5 ol argamuun danda&#8217;ameera\u201d jedhan.<\/p>\n\n\n\n<p>Gama Diinagdee Dijitaalaatiin&nbsp;tirannaadhan osoo&nbsp; hin taanee&nbsp; saffisaan bakka adunyaan gahe gahuuf hojii hojjetameen&nbsp; bu&#8217;aa guddaan galma&#8217;uu kaasan.<\/p>\n\n\n\n<p>Lammileen biyyaatti kaffaltii kamuu karaa dijitaalaatiin kaffaluu dandaa&#8217;aaniru.&nbsp; kana keessatti koodaroota miliyoona 5 leenjisuuf karoorfameen koodaroota miliyoona 2.5 ol leenjii fudhateera. diinagdee dijitalaa madda dinaagdee ta&#8217;uun, dingadee biyyaa utubaa dinagdeen qonnafi indastirii akka ariifatan taasisaa jira jedhan.<\/p>\n\n\n\n<p>Aadaa siyaasaa walqoodinsaa, shiraafi wal ajjeechaa biyya kanatti lafa qabatee ture, aadaa siyaasaa gochaafi yaadaatti jijjiiruuf qabatamaan socho\u2019uu himuun, hawwiilee garagaraa sabootafi sablammoota itiyoophiyaa walfaallessuu danda\u2019an falaasama ida\u2019amuutiin walsimsiisuun milkaa\u2019inoota hundagaleessa hedduu beekamtii idil-addunyaa argatanis dhugoomsuu himan Dr. Biqilaan.<\/p>\n\n\n\n<p>Rifoormiiwwan gurguddaa damee hundaan hojiirra oolfman&nbsp;hordoofee injiffannoo milkaa&#8217;aan haroomsa itoophiyaa sadarkaa idil-addunyaatti olkaase gama siyaasaa, dinaagdee, hawaasummaafi dippilomaasiitiin galmaa&#8217;uu dandaa&#8217;eera jedhan.<\/p>\n\n\n\n<p>Tsahaay Zawudeetu gabaase<\/p>\n\n\n\n<p><\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11670\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"11670\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"4a128aae9e\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/11670\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS- Muddee 2 \/2018 Hoggansii jijjiramaa\u00a0yaada hara&#8217;aan\u00a0karoorsee hojjetee hojjechiisuun waggotaa muraasa keessatti injifaannowwan gurguddaa galmeessisuu dandaa&#8217;eera jedhaan, Sadarkaa Miniistraatti Qindeessaan Giddugala Ijaarsa Sirna Dimokiraasii Biqilaa Hurrisa (PhD). Biyyi qabeenya bishaanii, qilleensa mijataafi biyyoo gabbataa akkasumas humna namaa misoomaaf ooluu danda&#8217;u&nbsp;qabattee sirnaan hoogganamuu&nbsp;dhabuun yeroo dheeraaf marammartoo hiyyummaa keessa&nbsp;turuu yaadachiisan. Dooktar Biqilaan Turtii Addatti AMN PLUS [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":12,"featured_media":11671,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[4,30],"tags":[],"class_list":["post-11670","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-itoophiyaa","category-oduu-waqtawaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.5 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Milkaa\u2019inootni\u00a0argaman mallattoo cichoomina hooggansaati - Biqilaa Hurrisaa (PhD) - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11670\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Milkaa\u2019inootni\u00a0argaman mallattoo cichoomina hooggansaati - Biqilaa Hurrisaa (PhD) - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS- Muddee 2 \/2018 Hoggansii jijjiramaa\u00a0yaada hara&#8217;aan\u00a0karoorsee hojjetee hojjechiisuun waggotaa muraasa keessatti injifaannowwan gurguddaa galmeessisuu dandaa&#8217;eera jedhaan, Sadarkaa Miniistraatti Qindeessaan Giddugala Ijaarsa Sirna Dimokiraasii Biqilaa Hurrisa (PhD). Biyyi qabeenya bishaanii, qilleensa mijataafi biyyoo gabbataa akkasumas humna namaa misoomaaf ooluu danda&#8217;u&nbsp;qabattee sirnaan hoogganamuu&nbsp;dhabuun yeroo dheeraaf marammartoo hiyyummaa keessa&nbsp;turuu yaadachiisan. Dooktar Biqilaan Turtii Addatti AMN PLUS [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11670\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-12-11T15:47:10+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-12-11T15:47:13+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-11_07-20-51.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1266\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"804\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"3 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/11670\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/11670\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromouser2\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\"},\"headline\":\"Milkaa\u2019inootni\u00a0argaman mallattoo cichoomina hooggansaati &#8211; Biqilaa Hurrisaa (PhD)\",\"datePublished\":\"2025-12-11T15:47:10+00:00\",\"dateModified\":\"2025-12-11T15:47:13+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/11670\\\/\"},\"wordCount\":565,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/11670\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/photo_2025-12-11_07-20-51.jpg\",\"articleSection\":[\"Itoophiyaa\",\"Oduu Waqtawaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/11670\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/11670\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/11670\\\/\",\"name\":\"Milkaa\u2019inootni\u00a0argaman mallattoo cichoomina hooggansaati - Biqilaa Hurrisaa (PhD) - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/11670\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/11670\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/photo_2025-12-11_07-20-51.jpg\",\"datePublished\":\"2025-12-11T15:47:10+00:00\",\"dateModified\":\"2025-12-11T15:47:13+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/11670\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/11670\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/11670\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/photo_2025-12-11_07-20-51.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/photo_2025-12-11_07-20-51.jpg\",\"width\":1266,\"height\":804},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/11670\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Milkaa\u2019inootni\u00a0argaman mallattoo cichoomina hooggansaati &#8211; Biqilaa Hurrisaa (PhD)\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\",\"name\":\"afanoromouser2\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromouser2\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromouser2\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Milkaa\u2019inootni\u00a0argaman mallattoo cichoomina hooggansaati - Biqilaa Hurrisaa (PhD) - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11670\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Milkaa\u2019inootni\u00a0argaman mallattoo cichoomina hooggansaati - Biqilaa Hurrisaa (PhD) - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS- Muddee 2 \/2018 Hoggansii jijjiramaa\u00a0yaada hara&#8217;aan\u00a0karoorsee hojjetee hojjechiisuun waggotaa muraasa keessatti injifaannowwan gurguddaa galmeessisuu dandaa&#8217;eera jedhaan, Sadarkaa Miniistraatti Qindeessaan Giddugala Ijaarsa Sirna Dimokiraasii Biqilaa Hurrisa (PhD). Biyyi qabeenya bishaanii, qilleensa mijataafi biyyoo gabbataa akkasumas humna namaa misoomaaf ooluu danda&#8217;u&nbsp;qabattee sirnaan hoogganamuu&nbsp;dhabuun yeroo dheeraaf marammartoo hiyyummaa keessa&nbsp;turuu yaadachiisan. Dooktar Biqilaan Turtii Addatti AMN PLUS [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11670\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-12-11T15:47:10+00:00","article_modified_time":"2025-12-11T15:47:13+00:00","og_image":[{"width":1266,"height":804,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-11_07-20-51.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromouser2","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromouser2","Est. reading time":"3 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11670\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11670\/"},"author":{"name":"afanoromouser2","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342"},"headline":"Milkaa\u2019inootni\u00a0argaman mallattoo cichoomina hooggansaati &#8211; Biqilaa Hurrisaa (PhD)","datePublished":"2025-12-11T15:47:10+00:00","dateModified":"2025-12-11T15:47:13+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11670\/"},"wordCount":565,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11670\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-11_07-20-51.jpg","articleSection":["Itoophiyaa","Oduu Waqtawaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11670\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11670\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11670\/","name":"Milkaa\u2019inootni\u00a0argaman mallattoo cichoomina hooggansaati - Biqilaa Hurrisaa (PhD) - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11670\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11670\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-11_07-20-51.jpg","datePublished":"2025-12-11T15:47:10+00:00","dateModified":"2025-12-11T15:47:13+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11670\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11670\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11670\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-11_07-20-51.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-11_07-20-51.jpg","width":1266,"height":804},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/11670\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Milkaa\u2019inootni\u00a0argaman mallattoo cichoomina hooggansaati &#8211; Biqilaa Hurrisaa (PhD)"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342","name":"afanoromouser2","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromouser2"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromouser2\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/11670","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/12"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=11670"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/11670\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":11673,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/11670\/revisions\/11673"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/11671"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=11670"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=11670"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=11670"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}