{"id":12018,"date":"2025-12-19T14:58:02","date_gmt":"2025-12-19T14:58:02","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=12018"},"modified":"2025-12-19T14:58:04","modified_gmt":"2025-12-19T14:58:04","slug":"qabeenya-guddaa-kubbaan-miilaa-badhaafamte-tiyeerii-henrii-titi","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12018\/","title":{"rendered":"Qabeenya guddaa kubbaan miilaa badhaafamte, Tiyeerii Henrii (Titi)"},"content":{"rendered":"\n<p><\/p>\n\n\n\n<p>AMN PLUS &#8211; Muddee 10\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>Aartii kubbaa miilaa afaan baasee dubbatu Piriimer Liigii Ingiliiziin agarsiisee hanga waancaa addunyaa injifachuutti&nbsp; itti fufeera. Gahumsa isaa bareedinaafi gara laafummaan kuuleera.<\/p>\n\n\n\n<p>Dandeettii kalaqaa,hoggansaafi jaalala hin moofofne kubbaa miilaaf qabuun taphattootaafi dinqisiifatootatti haamilee horeera.<\/p>\n\n\n\n<p>Dhiibbaan isaa galma isaarra caale argameera. Aadaa kubbaa miilaafi dandeettii&nbsp;ittiin taphatamu dhaloota ammaaf akka hambaatti bocee lafa kaa\u2019eera.<\/p>\n\n\n\n<p>Sagalee dhugaa kubbaa miilaa fakkeenya dhalootaa,tasgabbaa\u2019aa jaalalli dhugaa irraa calaqqisu. Xiiqeffataa onneen gaara.Arjaa harkaafi miilli warqee.Gumaacha inni taasiseen adunyaan kubbaa miilaa galateeffattee badhaasa umrii guutuu nama gaarii ispoortii ta\u2019uun BBC Sport irraa badhaafameera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"735\" height=\"920\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-19_06-50-50.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-12022\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-19_06-50-50.jpg 735w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-19_06-50-50-240x300.jpg 240w\" sizes=\"(max-width: 735px) 100vw, 735px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Kubbaan miilaa jireenya koo keessaatti waan hedduu naaf gumaacheera.Anis humna koo homaayyuu osoon hin qusatiin irratti hojjedheera.<\/p>\n\n\n\n<p>Badhaasa kana injifachuu kootti gammachuu guddaatu natti dhahama. Deeggartootaafi hiriyoota koo addunyaa mararra jiran boonsuu kootti yaadannoon yoomiyyuu hin daganneedha.<\/p>\n\n\n\n<p>Wayita badhaasicha fudhatu Dhala isaa 4\u2019n qabatee wal tajjii bahee,badhasni kun kan koo qofa osoo hin taane isinis ni dabalata.<\/p>\n\n\n\n<p>Bu\u2019aa bahii jireenyaa na barsiistaniittu.<\/p>\n\n\n\n<p>Kophummaafi rakkinoota adda aaddaaf saaxilamuurraa na baraartaniittu.Namaaf yaaduun, nama jaallachuun maal akka ta\u2019es isinirrattn bare.Isin qabaachuun koo na boonsa jechuun haadha manaa isaa dabalataan galateeffate.<\/p>\n\n\n\n<p>Tiyeerii Daani\u2019eel Henriin Firaaansi bakka Les Ulis jedhamutti dhalatee guddate. Bara 1998 Firaansi waliin waancaa addunyaa injifateera.<\/p>\n\n\n\n<p>Taphoota 123 garichaaf hiriiree taasiseen gooliiwwan 51 lakkoofsisuun hanga Oliiver Jiruud riikardicha bara 2022 qooddatutti taphataa garee biyyaalessa Firaansiif goolii hedduu lakkoofsise ta\u2019uun riikardii haaraas galmeessee ture.<\/p>\n\n\n\n<p>Kubbaa miilaa taphachuuf qofa osoo hin taane sadarkaa biroottii ceesisuuf dabalata kan dhalate Henriin sirritti ifee kan mul\u2019ate kilaba kaaba landan Arsenaal keessatti ture. Ani lammummaan koo Firaansi garuu qalbiifi jireenyi koo hundi Landani jechuun jaalala guddaa kilabichaaf qabu afaan guutee dubbata.Kilabichis ati mootii kilabichaati jechuun Siidaa yaadannoo Istaadiyeemii Emireetis fuulduratti ijaareefiira.<\/p>\n\n\n\n<p>Waggoota 8 kilabicha keessa tureen,Waancaa FA ingilaandi 3fi Piriimer Liigii Ingilaandi 2 injifateera. Bara 2003\/4 wayita arsenal tapha tokkoyyuu osoo hin injifatamiin waancaa liigichaa injifatu taphattoota shoora olaanaa bahatan keessaa isa tokkoodha.Riikardii hanga ammaatti kilabichi dhuunfate jiruudha.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img decoding=\"async\" width=\"624\" height=\"351\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-19_06-51-01-1.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-12023\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-19_06-51-01-1.jpg 624w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-19_06-51-01-1-300x169.jpg 300w\" sizes=\"(max-width: 624px) 100vw, 624px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Taphoota 377 irratti gooliiwwan 228 lakkoofsisuun taphataa Arsenaal gooliiwwan hedduu lakkoofsise ta\u2019eera.<\/p>\n\n\n\n<p>Kubbaawwan warqeefi taphataa cimaa waggaa liigichaa ta\u2019uun yeroo hedduu injifateera. Kuubbawwan gooliif ta\u2019an mijeessee kennuu dabalatee riikardiiwwan hedduu qooddateera.<\/p>\n\n\n\n<p>Tiyeerii Henriin mul\u2019ata dhugaa ,taphataa cimaafi fakkeenya dhalootaati.Taatoo cimaa leenjisaa Arseen Wengerii . Falaasama taphaa isaaniin jajuu olaanaa kan argatan bara dhaloota akka Tiyeerii Henrii fa\u2019aa leenjisaa turaniidha.<\/p>\n\n\n\n<p>Bara 2007 kilaba kaatalaan baarseloonaattis makameera.Fara toleessa miila jiidhaan,bakka deemutti injifachuu kan amaleeffate Liyoonel Mesii fa\u2019aa waliin waancaa Laaligaa,Shaampiyoonsi liigiifi Kooppaa Delreeyis injifateera.Liigii Meejar Sookar Ameerikaattis kilaba Newyork Reed Buuliifis taphateera.<\/p>\n\n\n\n<p>Bara 2014 kubbaa miilaarraa soorama kan bahe Henrii guddattoota arsenaal dabalatee itti aanaa ta\u2019uun kilaboota garaagara ta\u2019uun leenjiseera. Garee biyyaalessa Firaansi umrii 21 gadii leenjisummaan hogganuun olompiika Paaris bara 2024 irratti Ispeenin injifatamuun meedaaliyaa meetii biyyattiif argamsiiseera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img decoding=\"async\" width=\"819\" height=\"1024\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-19_06-50-58-819x1024.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-12024\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-19_06-50-58-819x1024.jpg 819w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-19_06-50-58-240x300.jpg 240w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-19_06-50-58-768x960.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-19_06-50-58.jpg 960w\" sizes=\"(max-width: 819px) 100vw, 819px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Kan hin dadhabne,jaalala kubbaa miilaaf rafee kan hin bulle Henriin ammas xuiinxalawwan kubbaa miilaa kennuun tajaajilaa jira. Taphattoota addunyaaf fakkeenya ta\u2019ee ispoortii addunyaaf oolmaa guddaa oolaa jira.Gorsiifi haamileen isaa taphattootaaf karaa ta\u2019eera.<\/p>\n\n\n\n<p>Tiyeerii ati taphataa cimaaa addunyaa kanaati jechuun badhaasa umrii guutuu&nbsp; nama ispoortii gaarii jedhamuun BBC Sport&nbsp; badhaaseera. Amma Ganna 48 irratti kan argamu Henriin&nbsp; abbaa daa\u2019imman 4ti.<\/p>\n\n\n\n<p>Taphataa seena qabeessi duraanii Daviid Beekaam Henrii baga gammadde.Bara jireenyan kubbaa miilaan dabarseen si waliin kilaba tokko keessa taphachuu dadhabuu kootti nan gadda.Ati taphataa cimaadha. Badhaasichis siif mala jechuun jaje.<\/p>\n\n\n\n<p>Taatoo cimaan Biritish Toom Hidleston ati kubbaa miilaa sadarkaa birootti ceesisteetta. Dirree kubbaa miilaa keessa burraaqxeetta.Milkiiwwan siif malus gonfateetta gumaacha taasiste hundaaf galatoomi jechuun ergaa gammachuu qaban ibsaniifi.<\/p>\n\n\n\n<p>Kennaa guddaa kubbaan miilaa badhaafamte. Tiyeerii Daani\u2019eel Henrii<\/p>\n\n\n\n<p>Dachaasaa Dhaabiitu Qindeesse<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12018\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"12018\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"77876fce12\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12018\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS &#8211; Muddee 10\/2018 Aartii kubbaa miilaa afaan baasee dubbatu Piriimer Liigii Ingiliiziin agarsiisee hanga waancaa addunyaa injifachuutti&nbsp; itti fufeera. Gahumsa isaa bareedinaafi gara laafummaan kuuleera. Dandeettii kalaqaa,hoggansaafi jaalala hin moofofne kubbaa miilaaf qabuun taphattootaafi dinqisiifatootatti haamilee horeera. Dhiibbaan isaa galma isaarra caale argameera. Aadaa kubbaa miilaafi dandeettii&nbsp;ittiin taphatamu dhaloota ammaaf akka hambaatti bocee [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":12,"featured_media":12021,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[6],"tags":[],"class_list":["post-12018","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-ispoortii","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Qabeenya guddaa kubbaan miilaa badhaafamte, Tiyeerii Henrii (Titi) - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12018\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Qabeenya guddaa kubbaan miilaa badhaafamte, Tiyeerii Henrii (Titi) - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS &#8211; Muddee 10\/2018 Aartii kubbaa miilaa afaan baasee dubbatu Piriimer Liigii Ingiliiziin agarsiisee hanga waancaa addunyaa injifachuutti&nbsp; itti fufeera. Gahumsa isaa bareedinaafi gara laafummaan kuuleera. Dandeettii kalaqaa,hoggansaafi jaalala hin moofofne kubbaa miilaaf qabuun taphattootaafi dinqisiifatootatti haamilee horeera. Dhiibbaan isaa galma isaarra caale argameera. Aadaa kubbaa miilaafi dandeettii&nbsp;ittiin taphatamu dhaloota ammaaf akka hambaatti bocee [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12018\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-12-19T14:58:02+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-12-19T14:58:04+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-19_06-50-49-1.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"960\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"640\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"4 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12018\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12018\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromouser2\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\"},\"headline\":\"Qabeenya guddaa kubbaan miilaa badhaafamte, Tiyeerii Henrii (Titi)\",\"datePublished\":\"2025-12-19T14:58:02+00:00\",\"dateModified\":\"2025-12-19T14:58:04+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12018\\\/\"},\"wordCount\":604,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12018\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/photo_2025-12-19_06-50-49-1.jpg\",\"articleSection\":[\"Ispoortii\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12018\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12018\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12018\\\/\",\"name\":\"Qabeenya guddaa kubbaan miilaa badhaafamte, Tiyeerii Henrii (Titi) - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12018\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12018\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/photo_2025-12-19_06-50-49-1.jpg\",\"datePublished\":\"2025-12-19T14:58:02+00:00\",\"dateModified\":\"2025-12-19T14:58:04+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12018\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12018\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12018\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/photo_2025-12-19_06-50-49-1.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/photo_2025-12-19_06-50-49-1.jpg\",\"width\":960,\"height\":640},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12018\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Qabeenya guddaa kubbaan miilaa badhaafamte, Tiyeerii Henrii (Titi)\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\",\"name\":\"afanoromouser2\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromouser2\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromouser2\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Qabeenya guddaa kubbaan miilaa badhaafamte, Tiyeerii Henrii (Titi) - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12018\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Qabeenya guddaa kubbaan miilaa badhaafamte, Tiyeerii Henrii (Titi) - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS &#8211; Muddee 10\/2018 Aartii kubbaa miilaa afaan baasee dubbatu Piriimer Liigii Ingiliiziin agarsiisee hanga waancaa addunyaa injifachuutti&nbsp; itti fufeera. Gahumsa isaa bareedinaafi gara laafummaan kuuleera. Dandeettii kalaqaa,hoggansaafi jaalala hin moofofne kubbaa miilaaf qabuun taphattootaafi dinqisiifatootatti haamilee horeera. Dhiibbaan isaa galma isaarra caale argameera. Aadaa kubbaa miilaafi dandeettii&nbsp;ittiin taphatamu dhaloota ammaaf akka hambaatti bocee [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12018\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-12-19T14:58:02+00:00","article_modified_time":"2025-12-19T14:58:04+00:00","og_image":[{"width":960,"height":640,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-19_06-50-49-1.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromouser2","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromouser2","Est. reading time":"4 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12018\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12018\/"},"author":{"name":"afanoromouser2","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342"},"headline":"Qabeenya guddaa kubbaan miilaa badhaafamte, Tiyeerii Henrii (Titi)","datePublished":"2025-12-19T14:58:02+00:00","dateModified":"2025-12-19T14:58:04+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12018\/"},"wordCount":604,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12018\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-19_06-50-49-1.jpg","articleSection":["Ispoortii"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12018\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12018\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12018\/","name":"Qabeenya guddaa kubbaan miilaa badhaafamte, Tiyeerii Henrii (Titi) - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12018\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12018\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-19_06-50-49-1.jpg","datePublished":"2025-12-19T14:58:02+00:00","dateModified":"2025-12-19T14:58:04+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12018\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12018\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12018\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-19_06-50-49-1.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-19_06-50-49-1.jpg","width":960,"height":640},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12018\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Qabeenya guddaa kubbaan miilaa badhaafamte, Tiyeerii Henrii (Titi)"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342","name":"afanoromouser2","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromouser2"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromouser2\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12018","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/12"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=12018"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12018\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":12025,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12018\/revisions\/12025"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/12021"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=12018"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=12018"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=12018"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}