{"id":12032,"date":"2025-12-20T10:29:05","date_gmt":"2025-12-20T10:29:05","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=12032"},"modified":"2025-12-20T10:29:10","modified_gmt":"2025-12-20T10:29:10","slug":"gaazexessaa-v-puutin-fuulduratti-kaadhimaa-isaaf-natti-heerumtaa-jedhee-tamsaasa-kallattiin-gaafate","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12032\/","title":{"rendered":"Gaazexessaa V. Puutin fuulduratti kaadhimaa isaaf \u201cNatti heerumtaa\u201d jedhee tamsaasa kallattiin gaafate"},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>AMN PLUS- Mudde 11\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>Jaalalleewwan wal kaadhimmatan yeroon hiriyummaan dabarsan akka gahe yeroo murteessan, gaaffii gaa\u2019ilaa dhiyeessuuf carraawwan garaa garaatti dhimma ba\u2019uu malu.<\/p>\n\n\n\n<p>Bakka seena qabeessa, hawwata tuuristii ibsama jaalalaa ta\u2019e, reesturaantii beekamaa ykn bakka gaaffii gaa\u2019ilaa kanaaf mala jedhanitti, kaadhima isaanii gaaffii hin eegamne kana kaasuun ajaa\u2019ibsiisu, namoota naannawa sana jiraniin illee dinqisiifatamu, yaadannoo jaalalaa bara baraa kaa\u2019atu.<\/p>\n\n\n\n<p>Gochi ajaa\u2019ibsiisaa gaazexessaa Raashiyaa, Kiril Bajaanov kaleessa galgala taasises ajaa\u2019ibsiisaadha.<\/p>\n\n\n\n<p>Pirezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutin, qophii tamsaasa kallattii \u201cTV Marathon\u201d jedhamu, fiigicha dheeraa maaraatoonii dachaa lama caalu irratti, dhimma nageenya naannawaa, addunyaafi dhimmoota biroo irratti dubbachaa jiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Qopheessaan qophichaa Istiivi Roozanbarg, gaaffilee miliyoona 3 Puutiniif dhiyaatan keessaa filee dhiyeessuuf muddamatti osoo jiruu, jidduutti gaazexessaan Bajaanov jedhamu, sagalee guddistuu fudhatee ol kaasee dubbachuu eegale.<\/p>\n\n\n\n<p>Namootni tamsaasa kallattii hordofaniifi mana mana isaanii hordofaa jiran, gurra isaanii ergisaniif.<\/p>\n\n\n\n<p>Puutin fuulli isaanii hogguu mara seeqaas gara isaa ilaalan. Amma waltajjiin keeti, akka jechuuti.<\/p>\n\n\n\n<p>\u201cGaa\u2019ila raawwachuun barbaada. Olgaa, tamsaasa kallattiin ibsa kennamaa jiru kana hordofaa akka jirtu nan beeka.\u201d Jedhe.<\/p>\n\n\n\n<p>Hordoftootni hunduu harka walitti rukutaniif. Puutin tarsiimoo alaafi muuxannoo jaalalaa isaanii qooduutti yoo deebi\u2019an, ammas rukuttaan harkaa istuudiyoo kana guute. Puutin haasaa isaanii ammas jidduutti addaan kutuuf dirqaman.<\/p>\n\n\n\n<p>Olgaanis bakka jirtuu kallattiin seenuun \u201cTole, gaaffiikee simadheera, sittin heeruma\u201d jetteen, ammas galmi rukuttaa harkaafi gammachuudhaan guutame.<\/p>\n\n\n\n<p>Puutin, sirna gaa\u2019ilaa Bajaanov fi Olechikaa irratti affeeramaniiru. \u201cCidha keessan irratti argamuu hin danda\u2019u. Garuu, baasii cidhaa hunda nan haguuga\u201d jechuun gammachuu kaadhimmanii dacha taasisan.<\/p>\n\n\n\n<p>Bajaanov haalli jireenyaa ulfaachuu gaaffii kaasaa tureef Puutin hin mufanne. Cidha isaa miidhagsuuf waadaa seenaniifi, gaaffiifi deebiin xumuraa Puutin bara faranjootaa kanaaf isa xumuraan taasisan, jalqabbii baraa cimdiiwwanii ta\u2019uuf akka jiru AFP\u2019tu gabaase.<\/p>\n\n\n\n<p>Malkaamuu Abbabaatiin<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12032\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"12032\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"58d964d8d5\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12032\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS- Mudde 11\/2018 Jaalalleewwan wal kaadhimmatan yeroon hiriyummaan dabarsan akka gahe yeroo murteessan, gaaffii gaa\u2019ilaa dhiyeessuuf carraawwan garaa garaatti dhimma ba\u2019uu malu. Bakka seena qabeessa, hawwata tuuristii ibsama jaalalaa ta\u2019e, reesturaantii beekamaa ykn bakka gaaffii gaa\u2019ilaa kanaaf mala jedhanitti, kaadhima isaanii gaaffii hin eegamne kana kaasuun ajaa\u2019ibsiisu, namoota naannawa sana jiraniin illee dinqisiifatamu, yaadannoo [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":12033,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[5],"tags":[],"class_list":["post-12032","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-idil-adunyaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.5 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Gaazexessaa V. Puutin fuulduratti kaadhimaa isaaf \u201cNatti heerumtaa\u201d jedhee tamsaasa kallattiin gaafate - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12032\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Gaazexessaa V. Puutin fuulduratti kaadhimaa isaaf \u201cNatti heerumtaa\u201d jedhee tamsaasa kallattiin gaafate - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS- Mudde 11\/2018 Jaalalleewwan wal kaadhimmatan yeroon hiriyummaan dabarsan akka gahe yeroo murteessan, gaaffii gaa\u2019ilaa dhiyeessuuf carraawwan garaa garaatti dhimma ba\u2019uu malu. Bakka seena qabeessa, hawwata tuuristii ibsama jaalalaa ta\u2019e, reesturaantii beekamaa ykn bakka gaaffii gaa\u2019ilaa kanaaf mala jedhanitti, kaadhima isaanii gaaffii hin eegamne kana kaasuun ajaa\u2019ibsiisu, namoota naannawa sana jiraniin illee dinqisiifatamu, yaadannoo [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12032\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-12-20T10:29:05+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-12-20T10:29:10+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/602923616_1322926029856170_1315621826738884133_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"773\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"435\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12032\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12032\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Gaazexessaa V. Puutin fuulduratti kaadhimaa isaaf \u201cNatti heerumtaa\u201d jedhee tamsaasa kallattiin gaafate\",\"datePublished\":\"2025-12-20T10:29:05+00:00\",\"dateModified\":\"2025-12-20T10:29:10+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12032\\\/\"},\"wordCount\":292,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12032\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/602923616_1322926029856170_1315621826738884133_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Idil Adunyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12032\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12032\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12032\\\/\",\"name\":\"Gaazexessaa V. Puutin fuulduratti kaadhimaa isaaf \u201cNatti heerumtaa\u201d jedhee tamsaasa kallattiin gaafate - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12032\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12032\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/602923616_1322926029856170_1315621826738884133_n.jpg\",\"datePublished\":\"2025-12-20T10:29:05+00:00\",\"dateModified\":\"2025-12-20T10:29:10+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12032\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12032\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12032\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/602923616_1322926029856170_1315621826738884133_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/602923616_1322926029856170_1315621826738884133_n.jpg\",\"width\":773,\"height\":435},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12032\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Gaazexessaa V. Puutin fuulduratti kaadhimaa isaaf \u201cNatti heerumtaa\u201d jedhee tamsaasa kallattiin gaafate\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Gaazexessaa V. Puutin fuulduratti kaadhimaa isaaf \u201cNatti heerumtaa\u201d jedhee tamsaasa kallattiin gaafate - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12032\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Gaazexessaa V. Puutin fuulduratti kaadhimaa isaaf \u201cNatti heerumtaa\u201d jedhee tamsaasa kallattiin gaafate - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS- Mudde 11\/2018 Jaalalleewwan wal kaadhimmatan yeroon hiriyummaan dabarsan akka gahe yeroo murteessan, gaaffii gaa\u2019ilaa dhiyeessuuf carraawwan garaa garaatti dhimma ba\u2019uu malu. Bakka seena qabeessa, hawwata tuuristii ibsama jaalalaa ta\u2019e, reesturaantii beekamaa ykn bakka gaaffii gaa\u2019ilaa kanaaf mala jedhanitti, kaadhima isaanii gaaffii hin eegamne kana kaasuun ajaa\u2019ibsiisu, namoota naannawa sana jiraniin illee dinqisiifatamu, yaadannoo [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12032\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-12-20T10:29:05+00:00","article_modified_time":"2025-12-20T10:29:10+00:00","og_image":[{"width":773,"height":435,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/602923616_1322926029856170_1315621826738884133_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12032\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12032\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Gaazexessaa V. Puutin fuulduratti kaadhimaa isaaf \u201cNatti heerumtaa\u201d jedhee tamsaasa kallattiin gaafate","datePublished":"2025-12-20T10:29:05+00:00","dateModified":"2025-12-20T10:29:10+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12032\/"},"wordCount":292,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12032\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/602923616_1322926029856170_1315621826738884133_n.jpg","articleSection":["Idil Adunyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12032\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12032\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12032\/","name":"Gaazexessaa V. Puutin fuulduratti kaadhimaa isaaf \u201cNatti heerumtaa\u201d jedhee tamsaasa kallattiin gaafate - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12032\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12032\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/602923616_1322926029856170_1315621826738884133_n.jpg","datePublished":"2025-12-20T10:29:05+00:00","dateModified":"2025-12-20T10:29:10+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12032\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12032\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12032\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/602923616_1322926029856170_1315621826738884133_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/602923616_1322926029856170_1315621826738884133_n.jpg","width":773,"height":435},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12032\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Gaazexessaa V. Puutin fuulduratti kaadhimaa isaaf \u201cNatti heerumtaa\u201d jedhee tamsaasa kallattiin gaafate"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12032","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=12032"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12032\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":12034,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12032\/revisions\/12034"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/12033"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=12032"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=12032"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=12032"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}